Ibsaa entertainment

Ibsaa entertainment

Share

Lovely transfer

09/12/2022

Ummaata bishaan gabaterraa maaf taatan⁉️
Sammuu akkamiitu waa’ee kubbaa isin xinxalchiisaa jiraa⁉️
Faranjiin darbitee dhiiste maal isin galche waa’ee rakkoo uummata keenyaa irratti haa xiyyeefannu🙌

Photos from Farra Oromoo Phobia's post 12/10/2021
10/10/2021

OD-CUUNFAA.
°°°°°°°°°°°°°°
=> Gindabarati Magaalaa Kaachisitti WBOn humna PP 13 daaraa taasisee 21 madoon adabuun isaa dhaga'ame.
*********
=> Hoorroo Guduruu Aanaa Hoorroo fi Wallaga Bahaa Aanaa Gudayyaa Biilaa giddutti waraana diinaa 75 daaraa yemmuu tolchu tan hafte baqattee naawwa gadi lakkisuun ishee gabaafame.
**********
=> Paarlaamaan Awuroppaa rakkoo nageenyaa Itoophiyaa keessa jiru tasgabbeessuuf nagaa eeddonni akka qubachiifaman mirkaneeysuun himame.
**********
=> Naannoo Amaaraatti mootummaan Itoophiyaa iddoowwan waraana TDFn qabataman Diroonii fi Xayyasraan haleelaa jiraachuun himame.
**********
=> Magaalaa Finfinnee Buufata Konkolaataa Qaallittiitti Mootummaan deeggarsa RIB maqaa jedhuun guyyaa guyyatti waan rakkiseef Abbootiin qabeenyaa konkolaataa isaanii dhaabanii ummanni rakkoo geejjibaatiif saaxilamaa jiraachuun gabaafame
************
=> Waraanni TDF gama Affaarii fi Daseetiin Karaalee lamaan bifa haaraan lola cimaa eegaluun isaa gabaafame.
*********
=> Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibbaa naannawa magaalaa nageellee dabalatee Iddoowwan hedduu keessatti humna diinaa haalaan adabaa jiraachuun gabaafame.
***********
=> Wabii fi Gaachanni Sabaa WBOn zooniiwwan heddutti humna haaraa leenjisuun eebbisuu akka itti fuufetti jira jedhame.
***********
=> Waraanni TDF guyyaa guyyaan Waraana mootummaa haaraa booji'aa jiraachuun dhaga'ame.
***********
=> Loll Kaaba biyyattiitti adeemsifamaa jiru gara Wollootti babal'achuun isaa himame.
**********************
*********************
Gabaafni Kan Maddeen Garaagaraati. Ani Immoo, Imaltuu Haqaati !

Want your establishment to be the top-listed Arts & Entertainment in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


Africa
Addis Ababa
ADAAMAA