FILOO TV
Lafa Abbaan jabaa cabetti, gadhee ilmaatu mucucaata!
Bosona keessatti yoo karaa wallaalte
1. Ulee seentimeetira 90 lafa kaa’uun dhagaa xiqqoo bakka fiixeen gaaddidduu keetii itti bu’u kaa’atta.
2. Daqiiqaa kudhanii hanga kudha shanii eegdee, bakka fiixeen gaaddidduu inni lammaffaa socho’ee dhaqe irra dhagaa kan biraa kaa’atta.
3. Tuqaa lamaan dhagaa keetii gidduu Sarara sararatta. Kun sarara bahaa-dhihaa jedhama.
4. Fiixee miilla bitaa kee dhagaa jalqabaa irra, fiixee miila mirgaa immoo dhagaa lammaffaa irra kaa’i. Amma fuullikee gara KAABAATTI garagalee jira jechuudha.
Mallattoon gaaddidduu jalqabaa gara dhihaatti, inni lammaffaan immoo Bahaa dha.
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Lata Hamba,
Àyyààntuu ST Ibsaa,
Samisan Ed,
Kiya Roqa,
Kedir Mokonink Bihi
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Arat Kilo
Addis Ababa