Jabaa Electronics

Jabaa Electronics

Share

Hojii kootti yeroo hunda of kennuun, haala sirrii fi Ammayyaa ta’een tajaajila gaarii ummataaf dhiyeessuun waan na gammachiisu keessaa isa guddaadha.

Photos from Jabaa Electronics's post 22/05/2026

Tilmaamaa badhaafamaan keenya; tapha yeroo darbe Arsenal Vs Burnley gidduutti adeemsifee tureen Arsenal 1:0 dhaan injifate irratti namoonni dursanii tilmaamanii fi ulaagaa nuti keenye raawwachuun argaman saden isaan gadii kanadha.

1. Waaqish Ilma Angafticha • 10m
2. Milkíí Løv • 11m
3. Guyo Galgalo Golicha • 11m

Isaan kun karaa inbox nu quunnamaa badhaasa keessan fudhadhaa.

Hub:
Namoonni tilmaamanii argatan hedduudha. Kanneen dursanii tilmaamanii fi Ulaagaa guutan isaan amma maxxansinedha. Hedduun keessan argattaniittu garuu sababa share hin goonee fi namoonni kunniin sin dursaniif badhaafamaa marsaa kanaa hin taane. Marsaa itti Aanu yaalaa, galatoomaa👏
Meeshalee Keenya:

• 💻 Laptops: HP, Dell, Lenovo
• 📱 Bilbiloota: iPhone, Samsung, Tecno
• 📺 Smart TV: LG, Samsung, Syinix
• 🎹 Keyboards & Printers: Gosa hunda.
🚚 Tajaajila Geejjibaa Saffisaa qabna!
Jabaa Electronics

Photos from Jabaa Electronics's post 19/05/2026

Tapha har'a galgala 03:30 irratti taphatamu kana 🔥 Manchester City 🆚 AFC Bournemouth🔥 Eenyutu injifata?

🏢 Jabaa Electronics giddugala gurgurtaa meeshaalee elektirooniksii yoo ta'u; Computer, Laptop, Tablet, bilbiloota smart ta'anii fi aksaseeroota garaa garaa orjinaala isaa amanamummaadhaan isiniif dhiyeessa. Biiroleef, bakkeewwan hojii dhuunfaaf, barsiisota, barattootaa fi daldaltootaaf meeshaalee elektirooniksii kana bakka jirtanitti ni dhiyeessina!
📍 Teessoo Keenya: Finfinnee, Boolee Madaaniyaalem, Gamoo Oromiyaa (Oromia Tower) keessatti argamna.
📞 Lakkoofsa Bilbilaa: +251911145101 | +251911717986
Jabaa Electronics

19/05/2026

Jabaa Electronics
Home of Smart & Original Devices
BRAND NEW 17 Pro Max
SIM status eSIM
Storage:- 256GB & 512GB

Price☎️
Jabaa Electronics

0911145101

Want your business to be the top-listed Computer & Electronics Service in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address


Finfinne Bole Medhanealem, Oromia Tower
Addis Ababa
1000