BBN Biftu Broadcasting Network

BBN Biftu Broadcasting Network

Share

BBN Sevice@Fuula Feesbuukii irratti Oduu,Bohaarti fi Taateewwan haaraa Guutuu Addunyaa irratti ta'a

Photos from BBN Biftu Broadcasting Network's post 20/09/2020

Biftu Broadcasting Network
Siidaan Yaadannoo Artist Hacaaluu Hundeessaa Magaalaa Ambootti Ijaarame Eebbifame!

21/08/2020

BBN Biftu Broadcasting Network
Akkam jirtuu hoordoftoota BBN yeroo dhihoo as rakkoo teeknikaan Tamsaasni keenyii addaan ciitee turee.
Haa ta'uu malee yeroo dhihoottis halaa saddarkaa isaa egateen qileensa irratti ni debi'aa.
BBN Wiirtuu Oddeeffannoo fi Bohaarti!

Photos from BBN Biftu Broadcasting Network's post 30/06/2020

Reeffi Artist Hacaaluu Hundeessaa Hospitaala Paawuloosiitii bahee gara maatii isaatti qajeele.
(Waxabajjii 30/2020)
Artist Hacaaluu Hundeessaa Waxabajjii 29/2020 halkan keessa nannoo sa'aatii 3:30'tti Kondominiyeemii Galaa bakka jedhamutti Rasaasaan rukutamee kan Lubbuun isaaa darbe.
Yeroo Amma sirni gaggeessaa Gootaa Artist Hacaaluu Hundeessaadhaaf bakka Ummnii Kumaatamaan bahee argametti Finfinee Hospitaala Phaawuloosiitii bahee jira.
Namni ni du'a Hacaaluunis du'a Gootaa du'e yoomiyyuu ni jiraata .
Qeerroo Bilisummaa Oromoo fi jiraattoni hawaasaa Gadda itti dhagahame ibsachuutti daandiiwwan guutummaatti biyyatti keessa jiran cufanii jiru .
Sochiin hanga ammaatti ta'a jiru miira Ummata bakka jiru sochoosaa jira.
Qabsaa'aa keenyaa bara baraan ni yaadanna.

Want your business to be the top-listed Media Company in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


Addis Ababa