Hula Qune

Hula Qune

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Hula Qune, Public Figure, Addis Ababa.

Photos from Hula Qune's post 13/03/2026

Iraan 🇮🇷 yeroo Ammaa Kana Misaa'iloota Haaraa Yeroo Lafa gahu Bittinaa'ee Faca'ee Lafarra Babal'ate Fiiguun Magaalaa Guddoo Israa’el 🇮🇱 Tel-Aviiviin Balaa guddaa itti buusuudhan Magaalattii Bar-bad-eessaa jira"Jechuun Alja-ziiraan gabaasee jira

20/01/2026

Ajajaan duraanii humnoota nageenyaa Tigraay 'Armii 15' Birgaader jeneraal Gu'ush Gabree to'annoo jala oolfamuu maddeen BBC himan. "Namni kamuu seeraa ol miti. Kanaaf hidhameera" jedhan ajajaan olaanaan waraanichaa BBC'f odeeffannoo kennan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/lcZiGpw

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Addis Ababa