Daawwitii Oromiyaa
oromia every post is the center of information of the world.
02/04/2026
Bitooteessa 24 Aarsaan Dhufe
Aarsaan Tikfanna!
=========///========
Hawaasni Godina Harargee Bahaa fi Magaalaa Maayaa guyyaa seena qabeessa injifannoo Bitootessa 24 argame sababeeffachuun hiriira bahuun deggarsa isaanii mul'isanii jiru. Hiriira kanarrattis dhaadannoo isaanii dhageessisuun injifannoo argametti gammaduufi kan caaluuf xiiqiin hojjechuuf qophaa'uu isaanii mirkaneessaniiru.
Ogummaa + Qusannaa + Interpreenershipii = Guddina Waaraa! π
Ummanni keenya ogummaa qabu qusannaa fi invastimantiin deeggaramee gara daldalaatti ceβuu qaba. Baankiin Siinqee aadaa qusannaa gabbisuu fi namoota dandeettii ogummaa qaban gara abbaa hojiitti (Entrepreneur) ceesisuuf riqicha amansiisaa dha! π¦β¨
Maaliif?
β
Qusannaan bu'uura invastimantiiti.
β
Ogummaan madda hojiiti.
β
Baankiin Siinqee ammoo humna qusannaa keessanii gara daldala guddaatti ni jijjiira.
Jijjiirama Dhiigaan Dhufe Tikfachuun Dirqama!
Qe'een Oromoo iddoo hoodaa malee dirree gaddaa fi booβichaa miti!
27/02/2026
Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti!
Badhaadhina Filachuun Sirna Siyaasaa Ammayaa Filachuudha.
Badhaadhina Filachuun Itoophiyaa Sabdaneettii Taatee fi Jabduu Taate Filachuudha.
Injifannoowwan galmaa'an akka itti fufan,abjuun Itoophiyaa badhaate dhugoomsuu akka dhugoomuuf Paartii Badhaadhinaa filachuun gamnummaadha. Paartii Badhaadhinaa Filachuun hirmaannaa filannoo keessatti taasisnuu ol dhimma egeree murteessuuti.
π³πͺπΉπ³
26/02/2026
πͺπΉπͺπΉπͺπΉπͺπΉπͺπΉπ³πͺπΉπͺπΉπͺπΉπͺπΉπͺπΉ
Shaashamanneetti Faalama Pilaastikaa Dhabamsiisuf Qindoominnaan Hojjatamaa Jira jedhame !
Magaalichatti faalama pilaastikaa dhabamsiisuuf labsii mootummaan baase irraa ka'uun, koreewwan adda addaa waliin ta'uun hojjatamaa jiraachuu kan himan itti Aanaan Hoji Gaggeessaa fi ittigaafatamaan damee Tajaajilaa Mana Qopheessaa bulchiinsa Magaalaa Shaashamannee Obbo Gabbitaa Waarituu
Dhabamsiifni pilaastikaa kun akka hin milkoofnes qaamolee odeeffannoo sobaa tamsaasuun hawaasa burjaajessaa jiranis sakatta'uun olaantummaa seeraa mirkaneessuuf hojjetamaa jirachuus isaas eeraniiru .
Itti Aanaa Kantiibaa fi Ittigaafatamaan Damee Diinagdee Bulchiinsa Magaalaa Shaashamannee Dr.Firaa'ol Uddeessaa gama isanitiin labsii ittifayyadama pilaastikaa dhabamsiisuuf bahe Ammajjii 23/2018 irraa eegalee akka dhaabbatuufi qaamni kamuu akka itti hin fayyadamne hawaasaaf tooftaalee gara garaatiin hubannoon kennamaa turuu himani Dhaabbileen daldalaa meeshaalee Pilaastikka laabsiin dhorkamaan kanneen akka hin oomishne,hin kuufnee fi hin gurgurre dhamuun qaama labsii mootummaa hojiirra hin oolchine irrattis tarkaanfiin seeraa fudhatamaa kan deemu ta'uu kaasaniiru.
Hawaasni meeshaalee pilaastika bakka bu'anitti fayyadamuufi faalama pilaastikaa ittisuun magaalaa bareedduu fi hawwattuu balfa namaa fi beellada miidhu irraa bilisa taate gochuuf hunduu tumsuu akka qabuus Dr Firaa'ol Udeessaa dhaamaniiru.
π³
Harargee Bahaa Gola Odaatti kilaastarri Qamadii Bonee Ganda Bareeda Leencaa Laga Mojoo sadarkaa gaariirra jira.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Address
Addis Ababa