Sorga
Many peoples listen to news but few peoples feel the news.
17/06/2023
30/08/2022
21/08/2022
Darya Dugina: Intalli michuu Puutiin dhohinsa Moskoo keessatti ajjeefamte
Intalli michuu dhiyeenya pirezidaantii Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin konkolaataa boombii dhoohe jedhamee shakkameen ajjeefamte.
Darya Duginaa daandii Moskoo ala jiru irratti dhohinsa mudateen du'uu koreen qorannoo Raashiyaa beeksiseera.
Abbaan ishee falaasamaan Raashiyaa Aleeksaandar Dugin kan "sammuu Puutiin" jedhamuun beekamu haleellaa kanaaf kan yaadame ta'uu mala jedhamee yaadama.
Mr Dugin yaada sabboonummaa ol’aanaa (ultra-nationalist ideologue) beekamaa ta’ee fi pirezidaantii Raashiyaatti dhihoo ta’uu amanama.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Addis Ababa