Simbirtuu News
"Nyaanni qoricha siif haa ta'u, qorichi immoo nyaata siif haa ta'u.”
21/12/2024
“Ijoolleen ol daddarbinaan waan ofii utaalte itti fakkaaate” jedhe Abdi Fadis Oromiya 🥸
11/08/2024
-has_no_oltarnative
23/07/2024
Lakkoofsi namoota balaa sigiga lafaa du'an 229 gahe
Naannoo Kibbaa Itoophiyaa godina Goofaa aanaa Kennichoo Shaachaatti balaa sigigaachuu lafaa mudateen hanga ammaa lubbuun namoota 229 akka darbe mirkanaa’uu ibsame.
Kominikeeshinii godinichaa akka beeksisetti, hojii lubbuu baraarsaa hanga ammaa gaggeeffameen daa’imman dabalatee dhiiraa 148 fi dubartii 81, waliigalaan reeffa namoota 229 argamuu fi hojiin barbaachaa cimee itti fufeera.
Namoota hojii lubbuu baraarsaaf iddoo san argaman keessaa tokko, balaan kun rooba cimaa Dilbata galgala roobe hordofee qaqqabuu eeruun, "ganama irra deebiin kanneen lubbuu baraaruuf dursanii argaman irratti lafti sigigaatee lakkoofsi namoota du’an dabale” jechuun Addis Standard'tti himeera.
Bulchaan godina Goofaa Daagmaawii Ayyalaa, balaa kanaan hojjettoota mootummaa fi poolisoota dabalatee lubbuun namoota hedduu darbuu himanii jiru
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Addis Ababa