Abdi Assefa

Abdi Assefa

Share

Akka namaaf miti akka waaqayyoof as geenye!!!

26/12/2025

Seerri maal jedha?
Hojjataan mootummaa tokko muudama isaaf keenname hin fudhadhu jechuun hojii irraa isa ariisisuu danda'a?
mootummaa muudamaa fudhachuun mirgaa malee dirqama miti. Sababa muudama hin barbaaduu jedheef qofaaf hojii irra ari'uun/gaggeessuun hin danda'amuu jedhe murtii dirqisiisaa Kenne. Murtiin dhaddacha Ijjibbaata lakk galmee 219345ti.

08/12/2025

seerri maal jedha??🫵
*********************
Namni tokko konkolaata fee'isa kaffalti tokko osoon kaffaliin yaabate osoo deemu yoo balaan irra gahe beenya argachuu danda'aa?
Waamamaan ammaa Kun konkolaataa fe'iinsa goggogaa tahe(Kan fe'iinsa ummataa Kan hin taane) baasii malee (bilisaan) yaabbatee osoo deemaa jiruu garagalee miidhaa gaheef akkaataa seera waliigalteen alaatiin Abbaan konkolaataa beenyaa naaf haa kafalu jechuun himate! Manneen Murtii jalaas kafali ittiin jedhan! Iyyataan ammaa dhimmicha ijibbaata Federaalaa geeffate! Ijibbaanni ammoo gama isaatiin waamamaan ammaa konkolaataa fe'iinsa goggogaa kana yaabbachuu isaa malee qarshiin kafalee yaabbachuu hin mirkaneessine! Kana taanaan ammoo seerri dhimmichaaf rogummaa qabu s/h/h keewwata 2089 waan taateef hariiroon Kun ammoo Abbaa konkolaataa Kan beenyaa kafalchiisuu miti jechuun xiinxala fuula sadiin Abbaa konkolaatichaatiin nagaan gali jedhe 😁
Himataan jalaas nagumaan ofirra deebi'ee galen isiniin jedha 🤣😁

02/12/2025

ህግ ምን ይላል???
✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️
የመንግስት (ቀበሌ) ቤት የሚኖሩ ባልና ሚስት ፍቺ ሲፈፅሙ ቤቱን እንዴት ማከፋፈል ይቻላል ?
በአዱስ አበባ ከተማ አስተዳደር የቤቶች ልማትና አስተዳደር ቢሮ የመንግስት ቤቶች አስተዳዳር መመሪያ ቁጥር
140/2015 አንቀፅ 43
1/ ባልና ሚስት መካከል አለመግባባት ተፈጥሮ በፍርድ ቤት ውሳኔ ፍቺ ከተፈፀመ እና ቤቱን ተካፍሎ ለመኖር በአንዳቸው አቤቱታ ሲቀርብ እና ቤቱ ሊከፈል የሚችል ሲሆን ቢሮው ቤቱን “ሀ” እና ለ” በሚል ቁጥር በመስጠት ቤቱን በእጣ ወይም በስምምነት ያካፍላል።
2/ ቤቱ ሊከፈል የማይችል ከሆነ ቤቱ ልጅ ለሚያሳድገዉ ወገን ይሰጣል።
3/ ሁለቱም ልጅ የሚያሳድጉ ከሆነ ዕድሉ ለሚስት ይሰጣል።

18/11/2025

Seerri Maal jedha??
Manneen hojii mootummaa dhimmoota hariiroo hawaasaa waajjira isaanii ykn dhimma dantaa mootummaa fi ummataa ta'e irratti qaama biroo himachuufis ta'ee himatamanii deebii kennuuf beekamtii Abbaa Alangaa malee yookaan bakka BAAWO fi Caasaa Biirichaa sadarkaan jiru irraa osoo hin argatin ykn hin qabaatin Mana Murtiitti falmii taasisuun ykn gaggeessuun murtiin kenname fudhatama hin qabu! Murtiin haala kanaan kenname ilaalchisee Abbaan Alangaa falmiin qaama aangoo hin qabneen gaggeeffame waan ta'eef jechuun iyyata mormii murtii dhiyeessuun murtichi akka haqamuuf gaafachuu ni danda'a jechuun Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa Dhaddachi Ijibbaataa lakk. galmee 470361 ta'e(hin maxxaffamme) irratti dhaddacha gaafa guyyaa 11/2/2018 ooleen hiikkoo dirqisiisaa kennee jira!

05/11/2025

በችሎታ ማነስ ምክንያት ሰራተኛን ከስራ ማሰናበት
ህግ ምን ይላል?
የፌዴራል መንግስት ሰራተኞች አዋጅ 1353/2017
በችሎታ ማነስ ምክንያት ሰራተኛውን ከስራ የማሰናበት ቅደም ተከተል👇👇👇

🎯በችሎታ እና ብቃት ማነስ ምክንያት ከሥራ የማሰናበት አሠራር ሥርዓት ቅደም ተከተል፡-
፩. የሙከራ ጊዜውን ያጠናቀቀ የመንግስት
ሠራተኛ በበጀት ዓመቱ የመጀመሪያ
ስድስት ወር በሥራ አፈጻጸም ውጤቱ
የችሎታ ማነስ ከታየበት ምክርና ተገቢው
የአቅም ማጎልበት ሥልጠናዎች ይሰጠዋል፤
፪. በዚህ አንቀጽ ንዑስ አንቀጽ (፩)
የተደነገገው እንደተጠበቀ ሆኖ
የመንግሥት ሠራተኛ በተመደበበት
ሥራ ላይ የሥራ አፈጻጸም ውጤቱ
በበጀት ዓመት ለሁለት ጊዜ ያህል
ከመካከለኛ ውጤት በታች ካገኘ በዕቅድ
አፈጻጸም የችሎታ ማነስ ምክንያት ከሥራ ይሰናበታል፤
፫. ማንኛውም የመንግሥት ሠራተኛ ከተመደበበት ሥራ ጋር በተያያዘ
በብቃት ምዘናና ማረጋገጫ ሂደት
በስድስት ወር ለሁለት ጊዜ ያህል
ተመዝኖ ከዝቅተኛ ማለፍያ ውጤት
በታች ካገኘ በብቃት ማነስ ምክንያት
ከሥራ ይሰናበታል፤
፬ በዚህ አንቀጽ ንዑስ አንቀጽ (፩)፣(፪)
እና (፫) መሠረት የመንግሥት ሠራተኛውን ከሥራ ማሰናበት የሚቻለው
አንቀጽ ፵፬ የሥራ አፈፃፀም ምዘና ዓላማ እና በዚህ አዋጅ አንቀጽ ፻፵፪ ላይ የጡረታ መብት ተጠብቆ አገልግሎትን ስለማቋረጥ የተደነገገውን በመከተል
ተፈጻሚ ይደረጋል፡፡

04/11/2025

Dhimma Qabeenya waliinii dhirsaaf niitii irrati Seerri maal jedha?
?👇
Abbaa manaa fi Haati manaa osoo waliif hin galin inni tokko qofti qabeenya waliinii irratti qaama 3ffaa waliin waliigaltee kan taasisu yoo tahe fakkeenyaaf inni tokko qofti kophaa isaa qabeenya waliinii kan namaaf gurguru yokiin namaaf kennu yoo ta'e,inni tokko qofti kophaa isaa ol kan namaaf liqeesu yoo ta’e gareen hayyama isaa hin kennin gaafa waliigalteen raawwatamuu isaa beeke irraa kaasee yeroo ji'a keessatti yokiin haaluma kamiinuu gaafa waliigalichi raawwatame irraa kaasee waggaa keessatti mana murtitti iyyachuun waliigaltee san akka diigamu taasisuu kan danda’u tahuu isaa seera maatii oromiyaa 85 jalatti tumamee jira.

📘Manni Murtii Waliigala Federaalaa dhaddachi Ijibaataa jildii 16ffaa lakk galmee 90959 ta'e irratti qabeenya waliinii jaarsaa fi jaartii ta'e isaan lameen keessaa namni tokko kophaa isaa waliigaltee kennaatiin nama biroof dabarsuu kan hin dandeenyee fi waliigalteen kennaa kopha isaatiin taasise bu'aa tokkolee kan hin qabne tahuu isaa murtii dirqisiisaa kannee jira.

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address


Addis Ababa