Agape Ministries.

Agape Ministries.

Share

This page have been dream through out the world to preach the Holy Gospel.

05/04/2026

Yon. 4
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁶ Yommus Waaqayyo gooftaan biqiltuun akka qobboo biqilee, gaaddisa isaa mataa Yoonaas irra buufatee dallansuu isaa akka itti fooyyeessuuf godhe; Yoonaas immoo biqiltuu sanatti baay'isee in gammade.
⁷ Borumtaa garuu yeroo boruun baqaqutti Waaqayyo, raammoon tokko biqiltuu akka qobboo sana akka ciniintu in godhe; biqiltuun sunis in goge;
⁸ yeroo aduun baatetti immoo Waaqayyo, qilleensi ba'a-biiftuu inni gubaan akka isatti qilleensa'u in godhe; aduunis hamma Yoonaas gaggabutti mataa isaa waraane; yommus inni, ''Jiraachuu irra du'uu anaaf wayya'' jedhee du'uu in hawwe.

29/03/2026
18/03/2026

“"Ani rafeera, yaadni koo garuu hin rafne, sagaleen hiriyee kootii in dhaga'ama, inni balbala in rukuta, 'Balbala anaaf bani! Yaa obboleettii ko, yaa michuu ko, yaa kuullee akka gugee ko yaa ishee mudaa hin qabnee! Mataa koo fixeensi jiiseera, rifeensa mataa koos tiifuun halkanii tortorseera' in jedha.”
— Wed. 5:2

Want your place of worship to be the top-listed Place Of Worship in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Address


Ethiopia
Addis Ababa
202209