Ibsuu ifaa
Art
01/06/2026
Ganamaan waan baasuu jennee yaannuu filanne gallee
31/05/2026
Mucaa kana waan dandeenyuun haa gargaarru!🤝
Obboleessi keenya kun Ibsaa Mohammed jedhama. Yuunivarsiitii Madda Walaabuutti barataa waggaa 3ffaa yoo ta’u, muummee Statistics barachaa jira.
Haa ta’u malee, sababa rakkoo dinagde jecha barumsa isaa addaan kutuuf dirqamaa jira. Maaloo, barataa dandeettii fi abdii boruu qabu kana cinaa haa dhaabbannu!
Arra nuti qarshii 50 ykn 100 gumaachun isaa bira yoo dhabanne, gaafa inni bakka guddaa gahe namni akka keenyatti gammadu hin jiru. Yoo arra dhiifne garuu, boru bakka gahuu danda'u san osoo hin gahin hafa.
Wal gargaaruun aadaa fi miidhagina keenya waan taheef, waan dandeessan maraan akka bira dhaabbattan kabajaa, jaalala isiin hubachiisuun barbaada.
Warrii jajjabeessaa, gargaara jirtan marti keessan Galatooma 😊
🏦 CBO: 1006800008807
📱 E-Birr: 0943503172
👤 Maqaa: Ibsaa Mohammad
gochuun nu gargaaraa!
22/05/2026
END OF AN ERA: 💔🥹
Pep Guardiola’s time at Manchester City has come to an end 🥺👋
🏆Premier League x6
🏆FA Cup x3
🏆Carabao Cup x5
🏆Community Shield x3
🏆UEFA Champions League
🏆UEFA Super Cup
🏆FIFA Club World Cup
20 trophies with Man City — a legacy of dominance and one of the greatest managerial eras in football. 🐐✨
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Telephone
Website
Address
Addis Ababa