Oret Broadcasting Media
https://youtube.com/channel/UCpPC_FDUAlLwSs8tyUtvuPA beekumsa qabnu waliif ha qoodnu
Bara kana garuu dacheen Oromiyaa maaliif Saayintistoota biqilchuu dadhabdee?
Biyyoota armaan gadii keessaa rakkoo bobahaa addunyaa mudate kan hammeessaa jiru eenyu? A. US Ameerikaa B. Iraan C. Israa'eel D. A fi C E. Hundaa
06/03/2026
Sirni Gadaa Oromoon akka bocame addunyaaf gumaachame waan shakkii hin qabne. Abbootiin Gadaa keenya Araara Iraan fi US Ameerikaa nagaa buusuuf yoo arginee maal isinitti fakkaata? Yoo itti waliigaltaan lakkoofsa 1 barreessaa yoo waliigallee 0 barreessaa. Share gochuu hin dagaatinaa!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Telephone
Website
Address
Addis Ababa