Miiltoo Tech
Empowering businesses through modern full-stack development and secure, scalable digital architecture. Hamma beeknnu wal barsiifnaa.
02/01/2022
Akkamitti screen Window 10 bakka garaagaratti qooduu dandeenya?How to split Window 10 screen? Mosaajjiilee garaagaraa yeroo walfakkataa keessaatti fayyadamu yoo barbaadnne akkamittiin gochuu dandeenya? Miiltoo Tech deebii isiinif qaba itti dhiyaadhaa....
23/12/2021
Botnet Phorpiex jedhamu qarshii doolaraa miiliyoona walakkaa tahu gama akka hatamu taasise.
Fayyadamtoota Itiyoophiyaa, Naayijeeriyaa, Indiyaa, Guu'aatimaalaa, fi Filiphiinsi irratti kan xiyyeeffate yemmuu tahu, maqaan kana jedhama. Waggaa tokko keessaattis doolaara 500,000 hatuu danda'eera. Hanna kanaf garaagaraa kanneen akka fayyadameera.
Phorpiex , , fi k.k.f. kan beekamu yemmuu tahu bilbiloota, Koompitarootaf Servarootaa garaagaraa beekumsaa nama itti fayyadamun ala cryptocurrency iccittiidhaan kan godhudha.
Dhaabbati Isiraa'eel kan Check Point Research kan jedhamu akka jedhetti kan inni itti fayyadame Bitcoin 60 fi Ethereum immoo 37.
Botnet kun biyyoota 96 irratti kan tamsa'e yoo tahuus irra guddeessa Itiyoophiyaa, Naayijeeriyaaf Indiyaa irraatti kan giddugaleessa godhatedha. Daddabarsa cryptocurrency 3000, walumaagalatti tilmaamaan Bitcoin 38f Ether 133 kan fudhateedha.
Sabaahimalee hawwaasummaa keenya hordofaa.
: www.twitter.com/miiltoot
: https://t.me/miiltoot
: https://youtube.com/channel/UCd-yJrGlUqTssuydkZfOlSQ
02/12/2021
Akkamitti Serial number Laptop ykn Desktop keenyaa beekuu dandeenya?
Youtube keenya subscribe godhaa.
How yo know my computer serial number? Akkamitti Serial Number koompiitara tokko ilaaluu dandeenya? Akkamitti Laptop ykn Desktop keenya serial number isaa baruu dandeenyaa? Isa jedhuuf Miiltoo Tech deebii qaba. ...
27/10/2021
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Website
Address
Addis Ababa