Paster Derara Takele Debisa

Paster Derara Takele Debisa

Share

Jesus is:-
Way
Truth
Life
AMEN!

20/04/2026

Waan boru fagootti gatii baastee barbaaduunkee hin hoolle, yeroo of biraa qabdu hin tuffatiin!

Yadimeteka13 Ararse Guddeta P Baqqalaa Kibrit

19/04/2026

Roobii dhuftu wal argaan Keellaattidha!
Yadimeteka13 Ararse Guddeta

15/04/2026

Koottaa! Dilbata dhuftu wajjiin Waaqayyo keenya Waaqeffannaa!
ogummaa hundumaan wal barsiisaa, wal gorsaas. Qooqa garaa garaatiin, faarfannaa galataatiin, weedduu hafuuraatiinis galata garaa keessanii Waaqayyoof faarfadhaa!
Qolosaayis 3:16
Yadimeteka13 Ararse Guddeta P Baqqalaa Kibrit

31/03/2026

Ergaa ganamaa
Waaqayyo gaarii dha,
yeroo rakkinaattis iddoo baqaa ti,
warra isa amanatanis beeka;
Naahom 1:7
Yadimeteka13 Ararse Guddeta P Baqqalaa Kibrit

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address


Addis Ababa