Fayisa Fite
Editor TV Technician And Transmission
13/01/2026
Nagaan Waaqayyoo hunda keessaniif haa ta'u!
Egaa waaqayyo nu gargaaree, turtii yeroo dheeraa booda Faarfannaa albama 5ffaa
Mata dureen isaa -AANAA jedhu Qabatanii dhufaniiru.
Abbaa kennaa kana isa ta'e Waaqayyoon galateeffachaa, guyyaan eebbaa Amajjii 17/ 2018 waaree booda W/G/W/ Gullallee (Finaansiitti) waan geggeeffamuuf
Maatiin waaqayyoo hundi keessan akka irratti hirmaattan jaalala Waaqayyoon isin affeerra.
Waaqayyo isin ha Eebbisu jechaa' hangasitti Youtube isaanii Subsribe akka gootanis kabajaan isin Yaadachiifna.
https://youtube.com/?si=8E2Xbf5hHwOM7fsh
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the public figure
Website
Address
Ethiopia Addis Ababa
Addis Ababa
ETH