YONAS KENEA

YONAS KENEA

Share

I am a Christian Speaker and Singer pointing people to the power of Jesus through word and song.

Photos from YONAS KENEA's post 30/05/2026

Geggeessaa sirrii jechuun
∇ Nama uummata isaaf hojjetudha malee nama uummata isaarratti hojjetu miti.
∇ Nama uummata isaa fayyadudha malee nama uummata isaarraa fayyadamu miti.
∇ Nama uummata isaaf karaa ta'udha malee nama uummata isaa karaa godhatu miti.
∇ Nama dhalootaaf hojjetudha malee nama dhalootarratti hojjetu miti.
∇ Nama nama fayyaduuf hojjetudha malee nama of fayyaduuf hojjetu miti jechuudha.
Geggeessitoonni akka Engineer Taakkalee Uumaa yoo nuuf baay'atan dhuguma biyyi keenya daftee jijjiiramti. Isaan dhaloota nyaachisu malee dhaloota hin nyaatani. Mee waan Engineer n kun bakka dhaloota isaa Aanaa Tokkee Kuttaayee magaalaa Gooroo Soolee waan inni fakkeesse ilaalaa! Namoonni kan biroonis kana irraa fakkeenya fudhadhaa! Namoonni hin baranne, garuu maallaqa qaban Hoteelaa fi manneen dhugaatii ijaaranii waan uummaticha fayyadan fakkeessu. Dinagdeef bu'aa kan buusu yoo dhaloonni ijaarame, yoo dhaloonni baratedha. Mee mana barumsaa ijaaraa! Mootummaanis manneen barnootaa ijaaruu irratti akka xiyyeeffatu nan hawwa. Barnoonni hundeedha. Ammas akkuma kaleessaati!
Engineer Taakkalee Uumaa Waaqayyo umurii fi fayyaa guutuu haa kennuufi!
fans

27/05/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Rebuma Mideksa, Bacha Daba, Lemma Sh Ragesa, Susii Alemu, Daawwit Bushanii, Õlkëbå Dēssãlœ, Kenawak Mitiku, Kiyya Tasfaye, Riduwaan Mahammad, El-måñ C Negasa, Gudata Dan, Kiyyan Kiyyuma, Taera Asfawu, Koketi Gaboo, Zenebu Tefera, Singer Gemachu Markos, Mahammad Abdalla Ahammad, Bulti Tadasa Buxulo

25/05/2026

Namni Faarfataa Addisuu Waayimaa jaallattan "Baga dhalatte" jedhaanii!
Please, wish him happy birth day🥰

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address


Yonikenaf@gmail. Com
Addis Ababa
1000