Walabu Media

Walabu Media

Share

Seenaa, saayinsii fi siyaasa irratti xiyyeeffanna. Kaayyoon: Hubannoo gabbisuu, beekumsa dimokraatessuudha! Walabu: Knowledge Hub!! Focus on Oromia/Ethiopia.

Iskoolarshiippii (Scholarship) Argachuuf Wantoota Murteessoo Ta'an. #Iskoolarshiippii #ስኮላርሺፕ 11/10/2025

Hawwii fi eebjuu Awurooppaa fi Ameerikatti barachuu qabduu? Iskoolarshiippii (Scholarship) argachuu feetuu?
Viidiyoo kana keessatti, muuxxaannoo kootii fi haala qabatamaa irra dhaabachuudhaan gorsa laataa hordofaa. Gaafii fi yaada qabaannaan comment section keessa kaayaa. Galatoomaa!
KAAYYOON: hubannoo gabbisuu, beekumsa dimokraatessuudha!!
Like, Share, Subscribe godhaa.
https://www.youtube.com/c/WalabuMedia
https://www.walabumedia.com/
https://www.tiktok.com/
#ስኮላርሺፕ
https://youtu.be/RhPhefHhVJ0

Iskoolarshiippii (Scholarship) Argachuuf Wantoota Murteessoo Ta'an. #Iskoolarshiippii #ስኮላርሺፕ Haawwii fi eebjuu Awurooppaa fi Ameerikatti barachuu qabduu? Iskoolarshiippii (Scholarship) argachuu feetuu? Iskoolarshiippitu gara Awurooppaa na ceesise. Mu...

Sunnii fi Shi'aa: Tokkummaa fi addaaddummaa (Kutaa 2ffaa) 01/09/2025

Sunnii fi Shi'aa: Tokkummaa fi addaaddummaa garee lamaanii (Kutaa 2ffaa).
https://youtu.be/jlKfyKU8eJs
Islaama maaltu Sunnii fi Shi’atti gargarbaase? Maaltu ummaa Muslimaa addaan fageesse? Sababa maaltu masjiida kophatti akka ijaarataniif isaan dirqisiise?
Viidiyoon kutaa 2ffaa kun waa'ee Sunnii fi Shi'aa irratti odeeffannoo barsiisaa ta'e qabaa hordofaa.
Kaayyoon: hubannoo gabbisuu, beekumsa dimokraatessuudha!!
https://www.youtube.com/c/WalabuMedia
https://www.walabumedia.com/
https://www.tiktok.com/
Like, Share, Subscribe godhaa.
Yaada keessanis nuuf laataa. Galatoomaa!
'aa #ሱኒእናሺዓ #የኢስላምታሪክ

Sunnii fi Shi'aa: Tokkummaa fi addaaddummaa (Kutaa 2ffaa) Sunnii fi Shi'aa: Tokkummaa fi garaagarummaa garee Islaamaa lamaanii.Islaama maaltu Sunnii fi Shi’aatti gargarbaase? Maaltu ummaa Muslimaa addaan fageesse? S...

25/08/2025

Sunnii fi Shi'aa: Tokkummaa fi addaaddummaa.
Islaama maaltu Sunnii fi Shi’aatti gargarbaase? Maaltu ummaa Muslimaa addaan fageesse? Sababa maaltu masjiida kophatti akka ijaarataniif isaan dirqisiise?
Viidiyoon kun waa'ee Sunnii fi Shi'aa irratti odeeffannoo barsiisaa ta'e qabaa hordofaa. Kaayyoon: hubannoo gabbisuu, beekumsa dimokraatessuudha!!
https://www.youtube.com/c/WalabuMedia
https://www.walabumedia.com/
https://www.tiktok.com/
Like, Share, Subscribe godhaa.
Yaada keessanis nuuf laataa. Galatoomaa!

Seenaa Islaama Awurooppaa K2. Sisilii 07/08/2025

Islaama Awurooppaa. Seenaa Sisilii (Italy)
https://youtu.be/NLf_4H3_1GI
Seenaa, siyaasa, saayinsii kkf irratti viidiyoo gaggabaabaa dhiyeessina.
Kaayyoon: hubannoo gabbisuu, beekumsa dimokraatessuudha. Like, share, subscribe godhuudhaan nu jajjabeessaa. Galatoomaa!
Guutuu video daawwachuuf link gara gubbaa cuqaasaa. Ulfaadhaa!!

Seenaa Islaama Awurooppaa K2. Sisilii Seenaa Islaama Awurooppaa (Sisilii, kibba Itilii). Islam in Europe (Sicily)Islaamni waggaa 1000 dura akkamitti gara ardii Awurooppaa akka tarkaanfate, toofta...

06/08/2025

Seenaa, siyaasa, saayinsii kkf irratti viidiyoo gaggabaabaa dhiyeessina.
Kaayyoon: hubannoo gabbisuu, beekumsa dimokraatessuudha. Like, share, subscribe godhuudhaan nu jajjabeessaa. 🙏
Guutuu video daawwachuuf link kana cuqaasaa.
https://youtu.be/L7sR9GpSMvA
Galatoomaa! Ulfaadhaa!!

Want your business to be the top-listed Media Company in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Address


Addis Ababa