Electromechanical Engineering Aid III

Electromechanical Engineering Aid III

Share

Electro-Mechanical equipment Installation

09/11/2019

occupational standard of Electro-Mechanical Works Level I-IV all competence coming soon on this page follow us

03/09/2018

Harka fuune akkam jirtu?
Komee dhimma barnoota ilaalchisee Biiroo Bishaan,Albuuda fi Inerjii irraa qabnu akka armaan gadiitti ibsanna!
Biiroon kun bara hundaa'ee eegalee sadarkaa caasaa isaatii hanga Aanaatti diriirfate hojjetaa jiraachuun isaa beekamaa dha.Kanas ogeessota sadarkaa Dippilomaan bara 1996-2003tti Kolleejjii BLTO Walisoo fi Qananiisaa Baqqalaa(Asallaa)tti marsaa marsaan ergaa leenjisee hojiitti bobbaasee yeroo tokkoof mirga hojjetaa isaatiif dhaabatee hin beeku Biiroleen isa faana sektera hiyyummaa xiqqeessan jedhaman hojjetoota isaanii sadarkaa gandaa eegalanii sadarkaa barnoota hojjetoota isaani fooyyessa jiru.Fkn Biiroo Barnoota Oromiyaa barsiisota ga'eessotaati kaasanii hanga qophaa'isatti warra jiraniif carraa barnoota kenna kana malees Biiroo Fayyaa akkasuma Ekteshinii fayyaa eegale hanga Dr,tti sagantaa barnoota fooyyeffannaa kenna Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumaamaa illee kanuma, kan kenya nu godhatee nurraa du'ee moo laata?

18/08/2018

EMT

Want your business to be the top-listed Business in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address


Addis Ababa