Biftu Tourism

Biftu Tourism

Share

Our company aims to be among the leading companies in the fields of foreign trade, tourism, and logistics.

07/03/2025

Oduu Gammachiisaa Warroota biyya alaa jiraattan hundaaf

Ethiopia Airlines Tikeetta dura biyya alaa irraa gara Etiyophiyaa muruu akka hin dandeenne seera baasee ture amma seera san kaasee waan jiruuf Etiyoophiyatti murree biyya jirtanitti akka isiniif erguu dandeennu isin hubachiisuu barbaanna .

Guyyaa gaarii

Call now to connect with business.

11/01/2025

Namoota Ramadaana keessa umraa gochuu barbaaddan hundaaf galmeen keenna eegalee jira. Biftu Travel

03/01/2025

﴿ إِنَّ اللَّهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ ۚ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا﴾
Biftu Travel

01/01/2025

Visit Our Office Biftu Travel

26/12/2024

Warrootni Umraa akkamitti deemuu dandeenna jettanii yaada keessa seentan balballi Biftu Travel isin hundaafu banaadha.
Biiroo keenna dhuftanii nu dubbisuu dandeettu ykn bilbila armaan gadiitiin nu qunnamuu dandeessu.
👉Tessoon keenna: Bole Madaaniylam, Gamoo Selam City, Sadarkaa 4tti irratti nu argachuu dandeessaan.
👉Bilbiloota keenna: 0553 003 38 34 ykn +251924313232 ykn +251945949203 ykn +251930246045

Want your business to be the top-listed Transport Service in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address


Bole Medhnialem Selam City Mall 4th Flour No :411
Addis Ababa

Opening Hours

Monday 09:00 - 20:00
Tuesday 09:00 - 20:00
Wednesday 09:00 - 20:00
Thursday 09:00 - 20:00
Friday 09:00 - 20:00
Saturday 09:00 - 17:00