Miter creators

Miter creators

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Miter creators, Digital creator, mitikuebisa47@gmail. com, Addis Ababa.

26/12/2023

From sanyii Guddata
MILKAA'INAA /ATTITUDE

Barsiisaa yuuniversiitii kan ta'e Pirofeeserri beekamaan tokko qorannoo isaa dhiyoo kana gaggeesseen waan haaraa nama ajaa'ibu kana nuuf qabatee dhufe. Qorannoon isaa kunis qubee fi lakkoofsa fayyadamuun ture. Kaayyoon isaas furtuu milkaa'inaa barbaaduu ture.

Qubee Afaan Oromoo A-Z fudhadhaa! Kana booda akka armaan gadiitti gita qubee tarreeffattaniin lakkoofsa 1-26 tarreeffadhaa!
A-1 I-9 Q-17 Y-25
B-2 J-10 R-18 Z-26
C-3 K-11 S-19
D-4 L-12 T-20
E-5 M-13 U-21
F-6 N-14 V-22
G-7 O-15 W-23
H-8 P-16 X-24

Akka armaan olii kanatti erga tarreeffattanii booda Furtuu Milkaa'inaa 100% dhufuu kan nuuf danda'u barbaaduu eegale. Maaliidha laata 100% dhufuu kan danda'u? Waliin haa barbaannukaa pirofeesera faana taanee.

❶. HARD WORK - Jabaatanii hojjechuu:
H+A+R+D+W+O+R+K
8+1+18+4+23+15+18+11=98%

❷. KNOWLEDGE - Beekumsa:
K+N+O+W+L+E+D+G+E
11+14+15+23+125+4+7+5=96%

❸. LOVE - Jaalala:
L+O+V+E
12+15+22+5=54%

❹. LUCK - Carraa
L+U+C+K
12+21+3+11=47%

Jabaatanii hojjechuun, beekumsi, jaalalli, carraan, tokkoyyuu parsantii dhibba (100%) kan dhufe hin jiru.

Maaliidharee parsantii dhibba furtuu milkaa'inaa kan ta'u qarshiidhaa? mee waliin haa ilaallu.

❺. MONEY - M+O+N+E+Y
13+15+14+5+25=72% qarshiis miti

➏. LEADERSHIP - Gaggeessummaa dhaaree?
L+E+A+D+E+R+S+H+I+P
12+5+1+4+5+18+19+8+9+16 = 97% kanas miti!

➐. ATTITUDE - Ilaalcha immoo ta'innaaree
A+T+T+I+T+U+D+E
1+20+20+9+20+21+4+5=100%👏👏👍

Furtuun milkaa'inaa 100% dhufuu kan danda'u ilaalcha keenya ta'uu isaa mirkaneesse.

Ofii keef, namootaaf, addunyaaf ilaalchi ati qabdu gammachuu siif kenna. Ilaalcha kee hanga hin jijjiirretti gammachuu fi milkaa'uu akka hin dandeenye mirkaneesse. Kanaaf Ilaalchi furtuu milkaa'inaa keeti jechuudha!

Ilaalcha jeechuun akkataa sammuun keenya wanta tokko itti hubatu jechuudha.

➥ Ilaalchi jireenya dhala namaaf mur

26/12/2023

Breathtaking shot 🙏😲

Want your business to be the top-listed Media Company in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


Mitikuebisa47@gmail. Com
Addis Ababa