Rift Valley University - RVU
Rift Valley is the largest private University in Ethiopia, with campuses in all region of the country
01/01/2024
26/12/2023
Message of Condolence
Ekiram Mohamed, Rift Valley University Harar Campus's postgraduate student passed away. Rift Valley University community is shocked by this tragic incident and would like to extend its condolence to her family, relatives, and friends. May Almighty God give them strength during great sorrow and grief?
Gadda Guddaa laphee nama cabsu
Barattùu MBA Yuunivarsiitii Riifti Vaalii kaampaasii Harar kan taate Ekiraam Mahammedi kan jedhamtu du'aan addunyaa kanarra darbuushee yeroo dhageenyu gadda guddaatu nuti dhaga'ame.
Jireenya addunyaa kana mo'aachuuf jecha oliifi gadii osoo jettu ,ijoollèe osoo guddistuu barnoota ishee sirriin xumurte jirti.Ekiraam barattuu naamusaafi amalaa gaarii qabduuf,hiriyoota ishee biraati kabajamtuufi barnoota isheef bakka guddaa kan qabdu turte.Barsiisoota ishee biraatis jaalatamtuufi kabajamtuu turte.Du'aan Ekiraamiin ofibiraa dhabuu keenya gadda nutti dhaga'ame ibsaa maqaa hawaasa yuunivarsiitii Riifti Vaalii Kaampaasii Harariin barsiisoota,hiriyootaafi maatiishee maraaf waaqayyoo/Rabbìi/ cimina laphee isiiniif kannuu jenna.
የሀዘን መግለጫ
የሪፍት ቫሊ ዩኒቨርስቲ ሀረር ካምፖሰ የሁለተኛ ዲግሪ ተማሪ የሆነች እክራም ሞሐመድ ህልፈትን ተከትሎ ዩኒቨርስቲው ማህበረሰብ የተሰማውን ጥልቅ ሀዘን ለቤተሰቦቿ እና ለጓደኛዎቿ ለመግለጽ ይወዳል ።
ዩኒቨርስቲው ማህበረሰብ
Rift Valley University Dire Dawa Campus was busy with a promotion campaign
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the school
Address
Rift Valley University/HQ
Addis Ababa