GCL Church

GCL Church

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from GCL Church, Religious organisation, Shaggar City, Addis Ababa.

12/04/2026

inni awwaalameera, caaffanni qulqullaa'oon akka jedhanitti guyyaa sadaffaattis du'aa kaafameera. Inni Phexrositti mul'ate, ergasii bartoota kudha lamaan keessaa warra hafanitti mul'ate. Kana booddee immoo ergaan-takkaa obboloota dhibba shan caalanitti mul'ate; isaan keessaa kaan illee boqotaniiru garri caalan garuu amma iyyuu jiru. Erga Yaaqoobitti mul'atee booddee immoo, warra ergamoota jedhaman hundumaatti mul'ate. Hundumaa booddee ana isa akka nama iddoo hin ga'in dhalateetti immoo mul'ateera. Anoo ergamoota hundumaa irra xinnaa dha; waldaa Waaqayyoo waanan ari'adheefis, “Ergamaa” jedhamee waamamuudhaaf nama ta'u miti. Amma garuu ayyaana Waaqayyootiin ani ergamaa ta'eera, ayyaanni inni anaaf kennes utuu dhimma hin baasin hin hafne. Ani hunduma isaanii caalaa itti dadhabee hojjedheera; ana utuu hin ta'in, ayyaana Waaqayyoo isa anaa wajjin jirutu itti dadhabe.
1 Qorontos 15:4-10

22/02/2026

Ilma isaa kanaan furamuu dhiifamuu cubbuus arganneerra.
Qol.1:14
In whom we have redemption through his blood, even the forgiveness of sins:
Colossians 1:14

በእርሱም መዋጀትን በደሙ አግኝተናል፤ ይህም የኀጢአት ይቅርታ ነው።
ቈላስይስ 1:14

14/12/2025

Kanaafis amantiidhaan qajeelota erga taanee, gooftaa keenya Yesus Kristosiin Waaqayyo biratti nagaa qabna. Karaa isaa ayyaana isa amma miyeeffachaa jirru kanatti amantiidhaan dhi'aachuu arganneerra; abdii ulfina Waaqayyoo irraa hirmaachuu keenyaas gammachuudhaan in himanna.
Roomaa 5:1-2

Amantiidhaan jiraachuu kutaa 4ffaa H/W Peter Nagaraatiin 02/11/2025

https://youtu.be/0nqgnzFVmwg?si=xpBFcZqgxAIn0fY_
kunoo kutaan 4ffaan gadhiifameera.

Amantiidhaan jiraachuu kutaa 4ffaa H/W Peter Nagaraatiin Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.

20/10/2025

Akkasitti biyya lafaa Mo'u.
akkamitti kan jedhuuf bor galgala jechuun 11/02/2018 sa'aatii 3:30 -4:00 tti Mo'aa TV irratti hordofaa H/W Peter Nagaraatiin .

Amantiidhaan Jiraachuu kutaa 3ffaa H/W Pheexiros Nagaraa 16/10/2025

kunoo amantiin jiraachuun kutaa 3ffaan gad-dhiifameera.

Amantiidhaan Jiraachuu kutaa 3ffaa H/W Pheexiros Nagaraa Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.

Amantiidhaan jiraachuu kutaa 2ffaa H/W Pheexiros Nagaraa 08/10/2025

Amantiin Jiraachuu kutaa 2ffaa guutuunsaa gad dhiifameera. linkii kanaa gadii cuqaasuun argachuu dandeessu.

Amantiidhaan jiraachuu kutaa 2ffaa H/W Pheexiros Nagaraa Nyd de videoer og den musik, du holder af, upload originalt indhold, og del det hele med venner, familie og verden på YouTube.

06/10/2025

YESUUS KARAA ACHII AS; ASIIS ACHI, GEESSUUDHA. jechuun Maal jechuudhaa? karaa foddaa Mo'a TV bor galgala jechuun 27/01/2018 Sa'aati 3:30-4:00tti nu hordofaa.
Karaa H/W Peter.

02/10/2025

Nagaan Waaqayyoo Hunda Keessaniif habaayyatu hordoftoota page GCL Church hundaaf, akkuma beekamu barsiisa sagalee Waaqayyoo karaa facebook live dhaan isin biraan ga'aa akkuma turre amma mata duree "Amantiidhaan jiraachuu" jedhu karaa foddaa Mo'a TV darbaa kan jiru Kara Youtube GCL Church kutaa 1ffaa guutuusaa liinkii https://www.youtube.com/-oq2xe
Kana irraa argachuu dandeessu.

Galatoomaa.

29/09/2025

Amantiin inni kun Hafuura Qulqulluun malee hindanda'amu.
Amantiin inni kam?
Deebii gaaffii kanaaf
Kibxata borii (20/01/2018)
halkan sa'a 3:30-4:00 ti TV Mo'aa irratti hordofaa.
Eebbifamaa.

Want your place of worship to be the top-listed Place Of Worship in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


Shaggar City
Addis Ababa