Agape Media
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Agape Media, Religious organisation, Addis Ababa.
Wow
27/01/2025
🔴Oduu Ammee‼️
Dubartoonni Saala jijjiirratan Manneen Sirreessaa U.S. Keessatti Gara warra Dhiirotaatti Akka Deeman Tiraampiin Ajajaman
Jijjiirama imaammataa guddaa ta’een bulchiinsi Traamp dubartoonni saala jijjiirratan yeroo ammaa manneen hidhaa U.S. keessa jiran gara mana hidhaa dhiirotaatti akka geeffaman ajajeera.
Murteen falmisiisaa kun waa’ee mirga saala jijjiirrachuu, haaromsa mana hidhaa fi nageenya hidhamtootaa irratti falmii cimaa kakaasaa jira.
Tarkaanfiin kun dubartoota saala jijjiirratan kumaatamaan lakkaa’aman guutuu biyyattii keessatti kan miidhu yoo ta’u, manneen hidhaa dhiirotaa keessatti nageenya isaanii ilaalchisee yaaddoo uuma.
Leelliftoonni mirga namoomaa hedduun imaammanni kun fayyaa hidhamtoota saala jijjiirratan balaadhaaf saaxila kan jedhu yoo ta’u, kaan ammoo manneen hidhaa keessatti koorniyaa irratti hundaa’uun addaan bahuun barbaachisaa ta’uu isaa falmu.
Miidiyaa Kiristaanaa
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Telephone
Website
Address
Addis Ababa