Keneni K Gurmu
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Keneni K Gurmu, Legal, Addis Ababa.
23/04/2026
Dhuga_Baatii Ajaa'iiba!
Gurbaa kana Namnii Social media kana irrati hin beekiin jira jedhe hin Yaaduu. Namooni baay'een social media kana irrati kolfa isaatiin video Baayyee hojeetaniru jedhama Haatisaa akkas jechuun dubatti, Ilmi Koo osoo Akka Amma beekama hin taa'iin dura mana dulloomaa ta'e Keessa bula turre Waan Nyaanuu ykn mana kiraayii kafaluunis nuti ulfaata ture.Guyyoota Baay'ee Ilmi Koo kun yeroo hiriiyooni Isa mana Baruumsaa deeman inni hin Deemu , Sababiin isaas kafaltiin mana Baruumsaa Waan nura jiruufi😱duraan waantooni bay'een nuti ulfaata ture.Amma garuu Viidiyoon kolfaa Tokko (1) Qofti Jiireenya keenya jijjiire!
Mana dulloomaa Keessa turu irra kaasnee Amma kunoo Abbaa Gamoo ta'uti geenye!♥️Kun hundhinuu Oolmaa , Waaqayyoo gadiiti immoo Galata Ilma koo ta'u isaati jechuun midii'aaleef ibsa ga'a kenite.
Marre Dhuga_baatiin Kun Baruumsa Guddaa of Keessa qaba Namnii yeroo Baay'ee Gaafa Rakkiini itti baay'atu Aaree nyaara guuree Gadda Kun immoo Fuurmaata hin qabu ,ittuma rakkiniicha nama sanati ciimsa,Garuu immoo rakkiinuma sana Keessa ta'ee Yoo ija Isa irra kaa'ate ,Gammachuudhaan guutame jiraate Waaqayyoo akkuma Seenaa Mucaa kanaa👇Fi Maatii isaa jijjiire siifis Waaqayyoo Utuu hin turiin Seenaa keef Seenaa Maatii kee jijjiira! Inni 💪.........
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Addis Ababa