Obsa Asfewu
“Egaa Kristos Yesus goofticha akkuma fudhattanitti isatti jiraadhaa!”
— Qol. 2:6
26/01/2026
“Wanti gaariin inni ati warra si sodaataniif keesse, gaarummaan inni ati ilmaan namootaa duratti warra kooluu sitti galanitti argisiifte, attam baay'ee dha!”
— Far. 31:19
Guyyichaa
Araara keen
nuuf miidheeksi
YESUUS koo 🙏
12/01/2026
Yeroo kadhaanna 🙏
Guyyaan guyyaa
Gammaachuuti
Kakuutu rawwate!
06/01/2026
Baga guyyaa yaadanno faayyisaa keenya geessaan jaallatamoo maatii Waaqayyo 🙏♥️
“Waaqayyo kun karaan isaa mudaa hin qabu, dubbiin isaa dhugaa ta'uu isaa amansiiseera;
— Far. 18:30
Ibr. 2
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹ Kanaafis nuyi karaa irraa akka hin gorreef, dubbii isa dhageenye kana caalchifnee yaadaan duukaa bu'uun in barbaachisa.
² Dubbiin ergamoota Waaqayyootiin dubbatamee fudhatamaa ta'e, namni isa irra daddarbe yookiis namni isaaf dhaga'uu dide hundinuus adaba isaaf ta'u in argate.
³ Yoos immoo nuyi fayyina guddaa akkasii isa gooftaan ofii isaatii jalqabatti dubbate tuffannee, attamitti isa jalaa baana ree? Warri isa dhaga'an immo dubbii kana nuuf cimsaniiru.
⁴ Kana irrattis Waaqayyo ofii isaatii milikkita fi wanta dinqisiisaa karaa garaa garaas hojii aangoo hojjechuudhaan, akka jaalala isaatti kennaa hafuura qulqulluu hiruudhaan, duukaa bu'ee dhugaa ta'uu isaa mul'iseera.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Burayu
Addis Ababa
23/12/2025