Odeeffannoo biyyoolessaa

Odeeffannoo biyyoolessaa

Share

Peejii f/b keenya Odeeffannoo siyasaa fi tattewwani Teknologii addunyaa kan irratti beekuuf peejii k

18/06/2020

Mee meqaa kessanitti barataa kana maqaa beektuu

05/06/2020

Activist Jawar Mohammed ilmaan nama dhisii bineensota bosona jalalaa qabduuf akkatti ofiiti amaatti,

28/03/2020

Qorichaa Xoophiyaan Argaatee Tayyee irraattii Yaaluuf Tayyee qabuun Akkummaa ittii fufeettii
jiraa e
Zooroo Zoroo Nummaa Qabaamtaa

15/02/2020

Gaazexeessaan OMN Guyo Wariyo Aba-Jirma
kadhimamaa Dhaabbata Gaazexeessitoota idil
addunyaa (ICFJ) kan bara 2020 ta'ee jira.
Dhaabbatti idil addunyaa "International center
for journalist" jedhamu Gaazexeessaa cima bara
2019 jechuun badhaasa bara 2020 godhamu ka
waggatti addunyaa irra namoota hojii miidiyaa
jajjaboo hojaatani 2f keennamuu irratti
kadhimamee. Badhaasni kun biyyaa Ameerikaa
magaala Washingtanitti sadaasa/November
2020 godhama. Kadhimamtonni badhaasa
kanaaf filataaman sagaalee uummata dabalate
ulaagalee calmaan adda bahani badhafamuu.
Hanga sanitti dookimeentaroota sadii ergi
jedhani miidhasuutti akka jirus ibseera.
1. Albuudaa dhaloota nyaate rakkoo warshaan
meedirookii laga dambii uummaata Gujii irraan
ga'ee (environment)
2. Yaa'aa booranaa dookimeentarii Wa'ee gadaa
Oromoo ka sirna Gadaa Boorana irratti
xiyyeeffatee (culture)
3. Sagaantaa "waalee dammaa" dhaabbata
miidiyaa BBC'f hojaacha ture qabate dhiyaachuf
murteesse jira.
Akkaa injjifatufii cinnaa dhabadhaa.

09/02/2020

Jowar mahammed onnee ummata oromoo milliyoonii 50 keessa jiraa innisi akkasuma onnee isaa keessa Oromoo jaallata kanafu wanni fedhaan odeessa ollaan wanni takka hin fidani,

Want your business to be the top-listed Computer & Electronics Service in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


Addis Ababa