Shagar Post

Shagar Post

Share

To share timely information publicly, SP covers Horn of Africa in particular. Ethiopia
Eritrea
somalia
Djibuti
Kenya
Somali Land

18/10/2023

Wal hora warra keessanii
teessumni guddoon Shaggari
baabura yaabbadheen dhufa
na eegi yaa shamarmarii (X2)

Maree dhufeetan si ilaala
yaaddonkee natti cimee yaa gurbee
si argee wal fudhanneetoo
Jimma buuna ceenee Gibee

Hawweetuutti aara galfannee
Mattuuttii galla
Damma shoolee bashannanni har'a tolee
affeerraan laaqana ancootee
kaanee haa sochoone
gara Wallaggaa Naqamtee

Wal hora warra keessanii
teessumni guddoon Shaggarii
baabura yaabbadheen dhufa
naan jedhi yaa shamarmarii(X2)

Amboo sirriitti daawwachaa
galgala Finfinnee bulle
barii kaanee adeemneetoo gara Arsii Baalee (X2)

Odaa Madda Walaabuu jala
gaaddisa teenyee
aadaa keenya iyyu baranna seenaa
seenaa manguddoo gaafannee

Damma shoolee bashannanni har'a tolee
borus qophii guddaa qabna
kaanee haa sochoonu
nu eegdi ijoolleen Booranaa

Wal hora warra keessanii
teessumni guddoon Shaggari
baabura yaabbadheen dhufa
na eegi yaa shamarmarii
…..
Haloo Daawwee

13/02/2023

አገር ናት። ዎቾ ጉድ

01/10/2022

Irreecha 2022
Finfinnee, Oromiyaa

26/05/2022

Oolmaa Gaarii!

Want your business to be the top-listed Media Company in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address


Bole
Addis Ababa