Singigo
in last 9 months our team are actively serving on latest-updates for readers,...through Social media especial by our Youtube channel/Facebook/Telegram.
14/10/2023
Ijibbaata Qabsoo
Sabni si qabu ni carroome. Nama barrii fi bariin, faayidaa fi haalli hin jijjirre.
Boodatti deebi'ee weelluu, kee yoon yaadadhu, Teessumni guddoon Shaggarii yaadadheen guutuu Oromiyaa naanna'a.
Abbaan Fardaa ni boona jedheen guddummaa fi gootummaa saba koon hubadha.
Bara sana bara Oromoon fira dhabe, bara guyyaan nutti dukkanaa'ee, bara mogoleen nu laafe ofii jabaattee nu jabeessite. Ofii Onnee horatte onnee keenya nu dhiitessite. Kanaan si jaalanna si yaadanna; Yoo si dhabnemmoo nutti qorra, nutti hirdhata.
Siin garuu sitti hin hafne, nutti hafe malee. Qabsoon kee boodatti hin deebi'u, itti nu guddifteetta.
Boollakee Daadhiin haa guutu.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Finfinne
Addis Ababa
04