OBN - Ispoortii
Odaa broadcasting Network ispoortii(OBN_ispoortiin) Odeeffannoo ispoortii wayitaawaa isinii qooda.
31/05/2026
Vini Jr. Waancaa Addunyaa 2026 baranaa irratti garee biyyoolessa Biraazil keessatti lakkkoofsa 10 kan Neymar fayyadamaa ture akka fayyadamu gaafatamnaan kabajaa fi jaalala olaanaa Neymar Jr. tiif qabna,lakkoofsichis kanuma isaati,isumaaf mala kanarratti qoosaan hin jiru jechuun deebise.
Deebii taphataa Real Madrid Vinishiyees Juuniyeer akkamiin ilaaltan❓Sirrii moo sirrii miti❓Maaliif❓
👉t.me/T_ispoortii
31/05/2026
Riikardii gadaanaa Arsenal.
Kubbaa qabatee tureen(ball possession) riikardiin Arsenal kaleessa PSG waliin argisiise baay'ee gadi bu'aa ta'uun seenaa tapha xumuraa waancaa Chaampiyoonsi Liigii keessatti riikardii gadaanaan galmaa'ee jira.
👉t.me/kushelectronicsshop
31/05/2026
Riikardii gadaanaa Arsenal.
Kubbaa qabatee tureen(ball possession) riikardiin Arsenal kaleessa PSG waliin argisiise baay'ee gadi bu'aa ta'uun seenaa tapha xumuraa waancaa Chaampiyoonsi Liigii keessatti riikardii gadaanaan galmaa'ee jira.
👉t.me/T_ispoortii
30/05/2026
Kilaboota Hanga ammaatti waancaa Chaampiyoonsi Liigii kaasan.
👉t.me/T_ispoortii
30/05/2026
Firii Xumuraa rukuttaa adabbii PSG'n ittiin Arsenal injifachuun waancaa Chaampiyoonsi Liigii 2026 kaase.
PSG 1(4-3)1 Arsenal
👉t.me/T_ispoortii
30/05/2026
Daqiiqaan 120 Walqixa Xumurame.
Amma gara rukuttaa adabbiitti seenanii jiru.
PSG 1 - 1 Arsenal
👉t.me/T_ispoortii
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Address
Addis Ababa