Biikoo

Biikoo

Share

Let us follow our God's road

28/04/2026

DHUKKUBBII GURRAA- EARACHE
***********************************************
Dhukkubbiin gurraa baayyinaan daa'imman mudatullee nama guddaas ni mudata! Yeroo baayyee gurra tokko qofaatu nama dhukkuba. Garuu gurri lamaanuu bakka tokkotti dhukkubuu ni danda'a!

Mallattoolee dhukkubbii gurraa
-----
• Gurri dhukkubuu
• Gurraan dhagahuu dadhabuu ykn gurri nama ulfaatuu
• Dhangala'aan ykn malaan gurra keessaa yaa'uu
• Leeydaa
• Halkan dhukkubbii irraa ka'e rafuu dadhabuu
• Madaala qaamaa eeggachuu dadhabuu
• Fedhii nyaataa dhabuu

Maaltu dhukkubbii gurraatiif nama saaxila?
------
1. Infeekshiinii gurraa:-
2. Guuriin gurra guutu
3. Xiyyaara yaabbachuu
4. Dhukkubbii laagaa
5. Dhibee saayinasii fikkf

Yaala
---
Dhukkubbiin gurraa yoo nama mudatte mana yaalaa deemanii sababa isaa beekanii yaala barbaachisaa argachuun bareedaadha.

Want your business to be the top-listed Media Company in Ambo?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address


Dirree Kooo
Ambo