Sebona lemi
Channel
14/08/2024
16/04/2021
Ilmike takkan qabu soda!
Baayyina keetif jedhee
Maalifan gara hiraa
Mudhiiko jabeeffadheen
Kunootti asiin jiraa
An qophii xumureeraa
Mee dafaati as ba'aa
Hundeke deebisuudhaaf
Anuma qofatu ga'aa
Yaa warra na balleessuf
Halkaniin boolla qottuu
Abbaa badu ilallaa
Daddafii mee as kottu!
Yaa ishee wal faana yaatuu
Essaattuu narkaan baatuu
Boolla seentus nan uraa
Muka yaabdus nan muraa!
Seena dhiggan nu dibdee
Adaakeran siif ka'aa
11/04/2021
Maqaan enyuu?
Want your organization to be the top-listed Government Service in Awassa?
Click here to claim your Sponsored Listing.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the organization
Telephone
Website
Address
Awassa