Wadaaja

Wadaaja

Share

Biyya warri sakraane diige warra mirqaaneetu ijaara Mirqaana

Photos from Wadaaja's post 07/04/2025

.

Namoota osoo waa arganii akka nama hin agarre,osoo dhagayanii akka nama hin dhageenye,osoo beekanii kan wallaalan,beekaa fakkaachaa kan balleeysan,dhimma fardii kan laafisan,Gahee ofii kan wallaalan,Hojii hatattamaan akka kennu gaafatame kan lafa irra harkisu,wan galgalaaf gaafatte kan ganama kennu,kan ganamaaf gaafatte galgala sif kennu,wan har'aaf gaafatte kan bubbulchee galchu,bilchoo yoo gaafatte kan dheedhi sif fidu,firii yoo gaafatte kan baaqa sif kennu,Adii yoo gaafatte gurraacha kan kennu,guutuu yoo gaafatte hir'uu kan sif laatu,bu'aaf yoo bobbaafte ba'aa kan sif fidu,toolchaaf yoo ergite kan balleeyse galu,deegarsa kennuuf ergamee deegarsa fudhachuu irratti kan argamu,qindeessuuf ergamee,bittineesse kan galu,ijaaruuf ergamee diigee kan deebi'u,ceesisuuf ergamee kan ciibsee deebi'u,baayisuuf bobbahee xinneesse kan galu,barsiisuuf ergamee kan doomsee deebi'u,bareechuudhaf bahee kan fookkisee galuu,hiiki jattee ergitee isa hidhee dhufu,hidhuudhaf ajajje isa hiikee galu,fayyisuuf ajajjee isa Ajjeese galu,guddisuuf ergite isa cabsee deemu,nyaachisif ergitee isa nyaate dhufu,mirqaansi jettuunis kan machaa'e dhufu,mirqaansi jettuunis kan machaa'e galu,itti himtu kan siif himu,yoo gorsite kan sumayyu gorsu,gaggeeysi yoo jatteen kan gaggabsee galu.xaliilchif yoo bobbahee kan booroyse galu,jaalala sin jecha bolla kan sif qotu,sifin jirra jecha si duubatti kan jiruun si awwaalu,si biratti maqaa gaariin si waama si duuba deeme maqaa Kee fi mataa ke kan si awwaaluuf yaadu,rabbiin ni dandahaa isaan haa qajeelchu🤲

16/03/2025

Jedhi
Du'aa'ii tana osoo share Gootee Aamiin jechuun
najalaa deebistee↓
=Rabbiin keeyrii Ati hojjatte hunda sirraa haa
qeebalu.
=Badii Ati hojjatte hunda Rahmata ufiitiin irra siif
haa dabru.
=Hojii Gaarii/keeyrii hundaa hojjachuuf siif haa
laaffisu
=jireenya kee kan Addunyaa irra jiraattu kanas
jireenya Gaarii siif haa Godhu
=yeroo Addunyaa tanarraa Galuuf kaate booddee tee
siif haa bareechu (Laailaaha illallah muhammad
rasuulullah jechuun siif haa Goolabu)
=Qabrii tee siif haa ibsu Galmee hujii keetii mirgaan
siif haa kennu
=Gaafii tokko malee jannata sihaa Galchuu
=jannata keessatti ollaa/cinnaa jaalallee keetii nabi
Muhammad( ﺻﻞ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻠﻴﻪ ﻭﺳﻠﻢ ) sihaa Qubsiisu
=Nama Aamiiiiin jedhe fi kan Aamiin hin jedhiin
hunda Rabbiin haa qeebaluuf.!!!
=Nama share Godhe Ammoo Rabbiin niyyaa isaa
cufa haa Guutuuf
Share Share Share
{}Anas naan irraanfatinaa.du'aa'ii teessaniin jzk{}
Gargaara Kabiira Ahmed Oromo
Ona oborraa

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Harar?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address


Harar
1432