Haa Barruu Let's Learn

Haa Barruu Let's Learn

Share

Dhimmoota Seeraa Jireenya hawaasummaa keessatti barbaachisoo tahan irratti hubannoo uumuu fi hawaasa dhaqqabsiisuudha.

Photos from Haa Barruu Let's Learn's post 18/07/2026

•=•=•=•
✅ YNO Kaampaasiin Mattuu Barnoota Bu'uura Boruu Sadarkaa sertifikeetii fi Dippiloomaatiin dhuunfaan barsiisuu waan barbaaduuf namoonni fedhii qabdan akka galmooftan jechuun beeksisa baasee jiraachuun ni yaadatama. Haaluma kanaan ulaagaan seensaa kana fakkaata.
=•=•==•==•
Odeeffannoo biroo argachuuf
👇👇
Chaanaalii - https://t.me/HaaBarruu

Garee - https://t.me/H2Bru

👇👇

Facebook - facebook.com/HaaBarruu

18/07/2026

=•=•=••
✅ Barattoonni sagantaa barnoota Maastersii fi PhD YNO'tti barachuu fedhii qabdan hundi akkaataa sagantaa baheetiin akka galmooftan jechuun waamicha taasisee jira.
•==••
📅 Guyyaa Galmee - 25/07/2026 hanga 29/08/2026 ALA

📅 Iddoon Galmee - Adaamaa, Baatuu, Bishooftuu, Burraayyu, Finfinnee, Laga Xaafoo, Sabbataa, Shaashamannee fi Sulultaa dha.
•=•=•=
Kanaafuu namoonni fedhii qabdan galmaa'u dandeessu!
=•=•==•==•
Odeeffannoo biroo argachuuf
👇👇
Chaanaalii - https://t.me/HaaBarruu

Garee - https://t.me/H2Bru

👇👇

Facebook - facebook.com/HaaBarruu

16/07/2026

•=•=••=
✍️ Barattoota Yuunivarsiitii Haramaayaatti Sagantaa Barumsa Gannaatiin Digrii Tokkoffaa Barataa Turtan Hundaaf
•=•=•==
📅 Barattootni bara 2017 Sagantaa barumsa gannaa digrii tokkoffaatiin waggaa 5ffaa fi 6ffaa barattan hundi, Adoolessa 18-19, 2018’tti yuunivarsiititti argamtanii galmaahuudhaan, Adoolessa 20 , 2018 irraa eegaltanii immoo barnoota titooriyaaliin kennaman akka hordoftan isin beeksisna.

📝 Yemmuu galmeedhaaf dhuftan: Barattoonni mootummaan ispoonsaraa isinii ta’e biiroo barnootaa aanaa ykn Godinaa irraa dhuftan irraa xalayaa walqunnamsiistuu qabattanii akka dhuftan.
=•=•==•==•
Odeeffannoo biroo argachuuf
👇👇

Chaanaalii - https://t.me/HaaBarruu

Garee - https://t.me/H2Bru

👇👇

Facebook - facebook.com/HaaBarruu

16/07/2026

=•=•==•=
Buufata Qormaataa Barsiisotaa Barnoota Gannaa Kan Godina Baalee Bahaa raawwatame jira.
=•=•==•==•
Guutuu isaa argachuuf
👇👇

Chaanaalii - https://t.me/HaaBarruu

Garee - https://t.me/H2Bru

👇👇

Facebook - facebook.com/HaaBarruu

15/07/2026

,m_Giddu_Gala_Bilbila_Bilisaa_Mootummaa_Lakk. 27/2016
=•=•==•==•
Qajeelfama kana Pdf argachuuf
👇👇

Chaanaalii - https://t.me/HaaBarruu

Garee - https://t.me/H2Bru

👇👇

Facebook - facebook.com/HaaBarruu

Want your school to be the top-listed School/college in Harar?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address


Harar