Asadoo Toofi Page

Asadoo Toofi Page

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Asadoo Toofi Page, Education Website, Harar.

24/03/2025

.aaii gabaabduu Halkan 25ffaa Namni
Haadhaafii Abbaakee jaalattu Qofti Aammiin
Jadhiifii๐Ÿ˜ญsheer godhi Yaa Rabbi Haadhaafii
Abbaan Kenya galata guddaa nurraa qabanii
Yaa Rabbi Galata isaanii Addunyaarratti
Jiruu gaarii Jiraachisi Aakiratti Warra jannataa
Nuuf Godhi Yaa Allaah ๐Ÿคฒโ˜๏ธ๐Ÿ˜ญโ˜๏ธ๐Ÿ˜ญ

12/03/2025

Qabrii keessa bibilli atii irratti qaxiraa bultuu hin jiruu Qur'aanaa dhaggeefadhuu, Qur'aanaa qara'i ikwaani

09/02/2025

ุงู„ู„ู‡ู… ุจู„ุบู†ุง ุฑู…ุถุงู† ู„ุง ูุงู‚ุฏูŠู† ูˆู„ุง ู…ูู‚ูˆุฏูŠู† ูˆุฃุบูุฑ ู„ู†ุง ูˆุงุฑุญู…ู†ุง ูˆุงุฑุฒู‚ู†ุง ูˆุฃู†ุช ุฎูŠุฑ ุงู„ุฑุงุฒู‚ูŠู†.

07/01/2025

Guyyaa cufa Quraana qara'uu RABBIIN nuuf haa laaffisu ๐Ÿคฒโค๏ธ๐Ÿคฒ

18/12/2024

๐Ÿ“œ๐๐š๐ฆ๐ง๐ข ๐๐š๐ซ๐๐š๐ซ๐š๐š ๐ญ๐จ๐ค๐ค๐จ ๐ ๐š๐ซ๐š ๐๐š๐ฆ๐š ๐๐ž๐ž๐ค๐š๐š ๐ญ๐จ๐ค๐ค๐จ๐จ๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ก๐ฎ๐Ÿ๐ž๐ž ๐€๐ค๐ค๐š๐ง๐š ๐ฃ๐ž๐๐ก๐ž๐ž๐ง ๐˜๐š๐š ๐๐ž๐ž๐ค๐š๐š ๐๐š๐ฆ๐š๐š "๐‹๐ฎ๐›๐›๐ฎ๐ฎ ๐ญ๐จ๐จ ๐Š๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š ๐˜๐ž๐ž๐ฒ๐ฒ๐ข๐ข ๐‹๐š๐ฆ๐š๐š๐ญ๐ฎ ๐ฃ๐ข๐ซ๐š, ๐˜๐ž๐ž๐ฒ๐ฒ๐ข๐ข ๐‹๐š๐ฆ๐ž๐ž๐ง ๐ค๐š๐ง๐š ๐ข๐ซ๐ซ๐š๐š ๐ญ๐จ๐ค๐ค๐จ ๐†๐š๐š๐ซ๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐๐š ๐ฐ๐š๐š๐ฆ๐š ๐ฒ๐ž๐ž๐ฒ๐ฒ๐ข๐ข๐ง ๐ข๐ง๐ง๐ข ๐ค๐š๐š๐ง ๐ข๐ฆ๐ฆ๐จ๐จ ๐‡๐š๐ฆ๐ฆ๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐๐š ๐ฐ๐š๐š๐ฆ๐š" ๐–๐š๐š'๐ž๐ž ๐ค๐š๐ง๐š๐š ๐ข๐ซ๐ซ๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐€๐ค๐ค๐š๐ฆ ๐ฃ๐ž๐ญ๐ญ๐š ๐ฃ๐ž๐๐ก๐ž๐ž๐ง?

๐๐ž๐ž๐ค๐š๐š๐ง ๐๐š๐ฆ๐š๐š ๐Š๐ฎ๐ง๐ข๐ข๐ฌ ๐€๐ค๐ค๐š๐ง๐š ๐ฃ๐ž๐๐ก๐ž๐ž๐ง!
"๐ˆ๐ฌ๐š ๐š๐ญ๐ข ๐๐ฒ๐š๐š๐œ๐ก๐ข๐ฌ๐ญ๐ž๐ž๐ญ๐ฎ ๐ˆ๐ง๐ฃ๐ข๐Ÿ๐š๐ญ๐š"!!!!
๐Ÿ—ž๏ธ๐Ÿ“ƒ๐Ÿ“ƒ๐Ÿ“ƒ๐Ÿ—ž๏ธ

08/12/2024

Seenaa fi Ogummaa: Mootii fi Maraataa.
Mootichis mana maraattotaaf tokko sakatta'ee, isaan keessaa dargaggeessa isa qoramee sammuu qabu argate tokko adda baasee akkana jedheen: Asirraa si baasa...
Namni maraataan sun akkas jedhee deebiseef: Gaaffii koo yoo deebiste.
Mootichis: Oduu gammachiisaa kenni.
Innis akkana jedhee isa gaafate: Namni rafu hirriba kana yoom argata?

Mootichis akkana jedhee deebiseef: Gaafa rafu!
Nama maraatuun akkana jedhe: Haalli hirribaa miira dhabuu fida, kanaaf akkamitti gammachuun itti dhagahama!
Mootichis deebii kenneen: Osoo hin rafiin.
Maraataan sun akkana jedhee deebiseef: Osoo inni hin dhufin waan kanaaf qophaa'aa!
Mootichis abdii kutatee akkana jedhe: Hirriba booda!
Maraataan sun kolfee akkana jedhe: Gammachuun mootummaa mootummaa keessa malee erga dhumee booda miti yaa gooftaa!
Mootichis geenya maraatichaa amanee, hatattamaan gara garee isaa kan gaabbii masaraa isaa keessa jirutti akka dabarfamuu ajaje. Yaa mootii ati akka koo ta'uuf kana dhugda, ani garuu akka eenyuu ta'uuf dhuga?
Mootichi dubbii isaa kanaan kaka'umsa waan argateef, xoofoo sana gara cinaatti darbatee dhuguu jalqabe!
Dubbistee yoo xumurte jaalatamaa Muhammad kadhadhu..

05/12/2024

Guyyaa Tokko beekuf jiraatta ..
Salaatni hirriba irra ka caalu ture..Ati immo ni rafte.
Qurโ€™aana qaraโ€™uun Rabbi biratti sadarka siif idaโ€™a ture ..Ati immo ni lakkifte.
Azkaara godhuun guyyaa keetiif barakhaa dabala ture..ati immoo ni hifatte.
Istikh-faarri rizqii teeti siif balโ€™isa ture..ati immoo irraa dagatte.
Hulaan Towbaa yeroo hundaahu banaa turte.. ati immoo booda aansite.
Diliin ati lakkiftu cufti sababa furmaata rakkoo teetiti turte..ati immoo dilii dalaguu keessatti daangaa dabarte.
Cufti ajajni Rabbii ka ati gootu jannatatti si dhiheesseeti ibidda irraa si fageeysa ture..ati immoo dantaa irraa dhabde.
Sherii Godhaa

29/11/2024

Masha alha share

27/11/2024
Want your school to be the top-listed School/college in Harar?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


Harar