Seyfush Tech

Seyfush Tech

Share

Waan dhufteef situ beeka, garuu iddoo gaarii dhufte bro. Click here for more | Hundaaf
👉👉 https://linktr.ee/seyfushtech

10/07/2025

Yeroo amma kana wantoota heddu keenya miidha jiran fi akkasumas financial freedom keenyatti gufu tan kessaa gurguddon kaneeni ? Bu'urumman wantoota kaneen baroonota idilee irratti oso hin baratin jira sababni isaa system barnoota Kessa hin jiru . Kanaaf konsabtilee jireenya kenyaaf murteessa kana ofumma kenya of barsiisuun heddu barbaachisadha jechudha.
Kanaaf atis kana bareeffama kana dubbisaa jirtu mataa duree asi gaditti siif tarreessee kana master gochuun siif barbaachisa fi dirqamaas.

1.Interest rates

2.Taxable and non-taxable yields

3.Amortization of mortgages

4.Balancing a checkbook

5.Basic percentage calculations

6.Calculating return on investment (ROI)

7.Why stocks rise and fall

8.Why a "guaranteed 15% return on a bank CD is screaming SCAM"

9.How stock options (calls and puts) work

10.Why insurance exists

11.How a mutual fund works

12.What bonds are and how they rise and fall

13.Global currency

14.Calculating simple interest

15.Impact of interest rates on bond prices

16.Difference between tax-free and taxable yields

17.The idea of living "below your means"

Carraa gaarii

Gaaffii yoo qabate comment ykn inbox

10/07/2025

Akkam jirta hordoftoni pagi kana hundi kessan ?

Akkaata online irra meshale binu | How to order from Ali Express in Ethiopia 07/04/2025

Karaa online meshalee barbaadan biyyoota alaa irraa bitaani gara biyyaa haala ittin galachuun dandeessan video kana irraatti isiniif hojjadheen jira video dawwadhaa!

Akkaata online irra meshale binu | How to order from Ali Express in Ethiopia how to buy any items online | How yo order anything from everywhereHOW TO CREATE Mastercard in Ethiopia For free https://youtu.be/aUYUPycVgK4?si=wofL7EoAl1...

04/01/2025

Akkaata itti Mastercard fi visa itti banachuu dandeeddan video kana irraa baradhaa

Akkaata Mastercard itti Argatan | How to create Mastercard Ethiopia for free 28/12/2024

NAMOONNI Mastercard banachuu barbaada haaala itti banachuu dandeessan tolaa video kana irraaa argattu.
Faayidaan Mastercard tokko lama mitii kanaaf guutu isaan video dawwadhaa!

Akkaata Mastercard itti Argatan | How to create Mastercard Ethiopia for free HOW TO CREATE Mastercard in Ethiopia For free Binance,Bybit ,Bitgate,kucoin, and Gate walletshttps://www.bybit.com/invite?ref=POE3OMLPOROM CODE : POE3OMLHow ...

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Harar?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address


Ethiopia, Oromia, East Hararge, Aweday
Harar