Hafsaa
صلو على رسول الله عليه أفضل الصلاة والسلام
08/01/2026
Dubartiin takka yoo si jaalatte ibidatti harka qabdee yoo deemteenillee akka waan bishaan keessa deemu jirtuutti si jala deemti. Jaalala isii qabsiisuu keessanitti fayyadamtanii dogoggora umrii keessan isin gaabbisiisu isii irratti hin hojjatinaa. Wa'adaan dubartii nama qaba💔
Naamusaafii gaarummaa isii irraa mulqitanii karatti isii hin baasinaa. Fuudhuuf, umrii keessan isii waliin tahuuf fedhii hin qabdan yoo tahe isii hin baalagomsinaa.
❤️Wal miidhuurra waliif miidhamu wayyaa!!🥰
Raabii galatomi dhugaadha jatee
゚viralシfypシ゚viralシ
28/12/2025
Jaalalli rakkoo dhala namaa hundaaf furmaata addunyaa maraati.
Madaa fayyisa, onnee cabe sirreessa, diina tokkoomsee guddina jajjabeessa.
Jaalalli bakka hundatti waan nu barbaachisuudha! ❤️🤗
゚viralシfypシ゚viralシ
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Telephone
Address
Harer