Addisu Wayima
🤲🤲THANKS MY GOD FOR EVERYTHING 🤲🤲
05/10/2025
Yeroo Waaqeffannaa Addaa…
……BARABARAAKOO….
Nagaan Waaqayyo kana abbaa keenyaa, kan ilmasaa Yesus Kiristos hunduma keessaniif habaay’atu 🙏🙏🙏
Qulqulloonni saba Waaqayyoo, akkasumas sabni keenya ardiilee mararra jirtan nagaakoo kabajaan Isiniif dhiyeessa!
Nagaakootti aansuudhaan, guyyaa gaafa kamisa dhuftuu Sagantaa addaa Global Holistic Ministry/GHM/ irratti ZOOM dhaan waan qabnuuf waliif qooddanii akka irratti hirmaattan ammas kabaja guddaadhaan Isin affeereera!
Ulfaadhaa!!!
Qopheessitoonni:- Maatii Global Holistic Minstry ti.
https://us02web.zoom.us/j/2501965012
24/08/2025
Nagaan Gooftaa keenyaa, Fayisaa keenya Yesus kiristos hunduma keessaniif habaay’atu.
Itti aansuudhaan; obboloonni Dubai fi nnaannoo sanatti argamtan, fedha Waaqayyoo ta’ee Hagayya gaafa 28/2025 waaree booda sa’a 5:00PM irraa eegalee haga 10:00 tti sagantaa addaa waan qabnuuf bakka armaan gaditti caqasametti argamtanii waliin Waaqayyoon Waaqeffannuu fi sagalee Waaqayyoo barannu jaalala gooftaatiin hunduma keessan afeera!!!
# # # # BARABARAAKOO # # # #
Waliif qoodaa……,
Ulfaadhaa 🙏🙏🙏🙏
Odeeffannoo dabalataatiif Lakk.What’s up 050 147 2156 kanaan nu quunnamaa..
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Harer