Isa Mohammed
Akka namaaf taatuun namni siifis ta'aa beekii beekadhu. Allhamdulillaahi for everything challenge.
Badhaadhinaa haa filannuu.
16/10/2025
#
๐ซ Afrikaan egeree galaanaa ishee hoogganuu qabdi - Abbaa Taayitaa Galaanaa Itoophiyaa
"Nuti Afriikaanonni dandeettii guddaa qabna...akka addunyaatti dhiyeessituu hojjettoota galaanaa gaarii ta'uu dandeenya. Waa'ee hirmaannaa qofa miti; geggeessitoota ta'uu qabna; akka Afrikaanotaatti hirmaachuu qabna," jechuun Daarektarri Olaanaa Abbaa Taayitaa Galaanaa Itiyoophiyaa Fraole Tafa yaa'ii Galaana Afrikaa cinaatti Sputnik Africa'tti himaniiru.
Daarektarri Olaanaa, kan galaanaan "bu'uuraalee misoomaa hin mul'anne" ta'uu cimsanii dubbatan; Afrikaaf buโuura koridoorii loojistikii fi daldalaa taโuu ibsuun, Itiyoophiyaan lafaan kan hin marfamne taโus, hojjettoota galaanaa dammaqinaan leenjisuu fi dandeettii diinagdee buluu babalโisaa jirti jedhan.
๐ฏ Hojjettoonni galaanaa Itiyoophiyaa kuma 7 ol taโan dooniiwwan idil-addunyaa irratti hojjechaa kan jiran yoo taโu, sagantaa leenjii dabaluudhaan Itiyoophiyaan dandeettii ardii ishee gara cimina naannootti jijjiiruun, wiirtuu galaanaa fi loojistikii gara fuula duraatti of dhaabuuf kaayyeffatteetti.
23/09/2025
Barsiisota Kolleejjii Barnoota Barsiisotaa Irraa Sadarkaa Sartifikkeetiin Bahaniif!
!
-------
BBO- Fulbaana 13/ 2018 Barsiisotni KBB irraa bara barnootaa 2018 sadarkaa sartifikkeettiin akka bahan taasifaman haala fedhiifi gaaffii godinaaleefi magaalotaan ergamtan gara bakka ergamtanii akka deemtan jechaa, Godinaalee, Magaalotniifi Aanaaleen hatattamaan simachuun qacarrii akka raawwatan xalayyan kun beeksiseera.
Barsiisotni iddoo itti ramadaman beekuuf chaanaalii Telegraama keenyaa keessa galaa ilaalaa!
Bara hojii gaaarii isiniif haa ta'u!
Telegram: https://t.me/oeb2020
BBO
29/03/2025
๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
ุชูุจู ุงููู ู
ูุง ูู
ููู
ุตุงูุญ ุงูุฃุนู
ุงู ูู ุนุงู
ูุงูุช ุจุงูู ุฎูุฑ
โป๏ธ ๐๐จ๐ซ๐๐จ๐๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐ฆ๐๐ง๐ญ๐๐ ๐๐ฎ๐ฌ๐ฅ๐ข๐ฆ๐๐ ๐๐๐ ๐ ๐๐ฒ๐ฒ๐๐๐ง๐ ๐๐ข๐ ๐๐ฅ-๐
๐๐ฑ๐ข๐ซ๐ข๐ข 1446 ๐๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ง
โ
๐๐ฒ๐ฒ๐๐๐ง๐ง๐ข ๐๐ฎ๐ง ๐๐๐ง ๐๐๐๐ฅ๐๐ฅ๐๐๐๐ข๐ข ๐๐๐ฆ๐ฆ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ ๐๐๐ง ๐๐จ๐ค๐ค๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐๐ค๐ค๐ ๐๐ฌ๐ข๐ง๐ข๐ข๐ ๐๐'๐ฎ ๐๐๐ฐ๐ฐ๐ข๐ง๐๐.
โป๏ธ ๐๐ข๐๐ง๐ข ๐๐ก๐ฎ๐๐ ๐๐ฎ๐ง
โ๏ธ ๐ฒ๐๐ ๐ด๐๐๐๐๐
โ๏ธ ๐ฒ๐๐ ๐ฎ๐๐๐๐๐๐๐๐
โ๏ธ ๐ฒ๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐
โ๏ธ ๐ฒ๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐๐๐
โ๏ธ ๐ฒ๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐
โ๏ธ ๐ฒ๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐
โ๏ธ ๐ฉ๐๐
๐๐๐๐
๐๐๐๐ ๐ธ๐๐๐๐๐
โ๏ธ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐
โ๏ธ ๐ฏ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐'๐๐๐๐ ๐ฎ๐๐๐๐๐๐๐๐
โ๏ธ ๐ด๐๐๐๐๐ ๐พ๐๐๐๐๐ ๐ฎ๐๐๐๐๐
๐๐
โ๏ธ ๐พ๐๐๐ ๐๐๐๐
๐๐ ๐ฎ๐๐๐๐ ๐ฎ๐'๐๐
โ๏ธ ๐ฒ๐๐ ๐ฏ๐๐'๐๐๐ ๐ฎ๐๐๐๐๐
โ
๐ฒ๐๐ ๐ญ๐๐
๐๐ ๐ซ๐๐๐๐ ๐บ๐๐๐ ๐ฏ๐๐ ๐ป๐'๐๐
โป๏ธ ๐ฐ๐๐
๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐'๐
โ๏ธ ๐๐๐ค๐ค๐ข๐ง๐ ๐๐๐
โ๏ธ ๐๐จ๐ฅ๐ฅ๐๐๐ฅ๐ฎ๐ฆ๐ ๐๐๐
โ๏ธ ๐๐๐๐๐๐จ๐จ ๐๐๐
โ๏ธ ๐๐ก๐ฎ๐ค๐ค๐ฎ๐๐ ๐๐๐
โ๏ธ ๐๐๐ง๐ช๐ข๐ง๐ ๐๐๐
โ๏ธ ๐๐๐ค๐ค๐จ๐จ ๐๐๐
โ๏ธ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐
โ๏ธ ๐๐ก๐ข๐ฉ๐ก๐ข๐ง๐ ๐๐๐
โ
๐๐๐ง ๐๐ง๐ง๐ข ๐๐๐ง๐ ๐๐ฎ๐ง๐๐ ๐
๐ฎ๐ฎ๐๐ก๐๐ ๐๐๐๐ฆ๐ฎ ๐๐๐๐๐ข ๐๐ข๐ข๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ฌ๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฎ.
โป๏ธ ๐๐๐๐จ๐ฅ๐๐๐ฌ๐ฌ๐ ๐๐ข๐ฒ๐ฒ๐ ๐๐๐๐๐ฃ๐๐ฆ๐๐ ๐๐๐๐จ๐ฅ๐๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ข๐ฒ๐ฒ๐ ๐๐๐๐๐ฃ๐๐ฆ๐ญ๐ฎ๐ฎ ๐๐๐ ๐ ๐๐จ๐ฅ๐ฎ๐ฆ๐๐๐ง ๐๐๐๐ง๐ฒ๐๐.
ุชูุจู ุงููู ู
ูุง ูู
ููู
ุตุงูุญ ุงูุฃุนู
ุงู ูู ุนุงู
ูุงูุช ุจุงูู ุฎูุฑ
Isa Mohammed
Eid Mubarak
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Address
Jimma