Nazif Rashaad

Nazif Rashaad

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Nazif Rashaad, College & University, Jimma.

24/08/2025

Jaalleewwankoo mee page kokana Follow godhaa naaf guddisaa
Barbaadeetanii

02/11/2023

Lammiin lammiif qoricha!!
⚡Baay'ee Nama Gammachiisa🙏ALHAMDULILAH
=========================
Guyyaa sadi booda fuullin har’a Qonjiit fi harmee ishee irratti arge tasuma kan dheengaddaa miti. Gammachuu, Abdii qabaachuu fi galatatu isaanirraa dubbifama! “Maaltu argame?” hin jettanii? Maaltu hin argamne! Warra nama tokko of biraa dhabee abdii kutatetu kumaa fi kitala of biratti arge! Sabatu saba eebbifamaadha; kan dhibame mitii kan dheebotiifuu na naha! Nahee hin hafu qabeenya isaa osoo hin qusatin namaaf arjooma!

Edaa nama abdiitu jiraachisa; abdii dhabuutu boquu cabsa! “Siif jira” jechi jedhu jiraanya namaaf dawaa ta’a! Miira Qonjiit fi harmee ishee suuraa har’aa kanatu dubbata. Obboleettii keenya gargaaruuf duulli eegalle firiin isaa jecha nama dhabsiisa! Guyyaa sadi qofa keessatti account haadha ishee irratti qarshii 1,120,000 (MIILIYOONA TOKKOO FI KUMA DHIBBA TOKKOO FI DIGDAMA) oltu walitti qabame! Miiran ittiin kana ibsu hin qabu!

31/10/2023

namaa jireenya Ajaa filatee hin jiraatu garuu jireenya gaarii jiraachuuf obsuutu isa barbaachisa..

30/10/2023

Asirra nama meeqatu jiraa

17/10/2023

Wolta.uun egeree ofii milkeessuudha

Want your university to be the top-listed University in Jimma?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


Jimma