Reasonable Page

Reasonable Page

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Reasonable Page, Educational consultant, Jimma.

19/03/2026

Mootota Itoophiyaatiin kan gurguramne . Camdamne, lafaan qotamne, akka beelladaa hidhamnee gooruu beelladaa, beellada duukaa bulfamne. Hanga umriin gahutti horii tiksaafii, qaamaa dhiqaafii, miicaafii, yoo karaa deeman xilaa irra qabaa, yoo xilaan hin jirres duukaa deemnee bakka taa'aniif dhaabatanitti qilleensa itti hafarsaa 'an wa jennee mootii isaanii waaqeffachaa, yoo nyaatan qorii jalatti qabnee, yeroo du'an jiraan keenya duukaa turre. Umriin keenya yeroo dargaggummaa ga'utti dhiira yoo taane , dubartii yoo taanee shaakala qunnamtii saalaaf nutti fayyadamaa turte. Giddugalli daldala har'a gurrachi takka keessa hin jirre tun guddaa nu biraa qabdi. Tanaaf day in day out it is must for us to sing about our ( Arab and Israel). Ethiopiyaan ilmaan ishiif galti moo arabootaaf Israaelii taati?

cimaan lugaamamne, awwaalcha cimaa awwaalamne, diigumsa guddaa diigamne. Dhukkuba hammana gahu jennee ilmaan keenyaaf dabarsina moo wareegama feesisu kafallee idaa keessaa baafna?
Garbi hin qabu. Gooftaan garbaa garboomfataadha. Rabbi karaa sirrii irra nu haa kaawwatu.

Want your school to be the top-listed School/college in Jimma?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Address


Jimma