Abdii

Abdii

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abdii, Politician, Jimma.

Photos from Abdii's post 18/03/2025

Godina Jimmaa Aanaa Qarsaatti woltajjiin sosochii miidiyaaf koominikeeshinii qoodafudhattoota woliin sadarkaa aanaatti geggeeffamaa jira.

Miidiyaan seenessa woloo Lafayette qabsiisuun sochii ijaarsa biyyaaf taasifamu milkeessuu keessatti qooda olaanaa akka qabu ibsameera.

Sosochii marii Miidiyaaf Kominikeeshinii geggeeffamaa jiru kana irratti Bulchaa Aanaa Qarsaa Obbo Abdulhaamid Abbaafaajjii fi I/Gn Waajjira Paartii Badhaadhinaa Aanaa Qarsaa Obbo Taarikuu Waaqjiraa dabalatee hoggansi aanaa fi miseensonni Raayyaa miidiyaa qooda fudhataa jiru.

29/09/2024

Hojin abbaa argateera baqqaa!!
Congratulations

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Jimma?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Jimma