Mahammad Saanii

Mahammad Saanii

Share

Wal tumsinu lammiwwan keenya hundi.

26/03/2024
04/10/2023

Qubeessaa Faana Suuraa
-----------------------------------------
Tv Hamiltan: Fulbaana 23/2016 Finfinnee
Aalima jabaa biyya keessaa fi baargamatti barataa fi barsiisaa turan. Hayyuu biyyaafi gaaddisa hawaasaa. Maqaan isaanii Sh/Mahmuud Aadam Abdallaa jedhamu. Godina Jommaa Aanaa Oomoo Naadaatti dhalatanii achumatti Qur'aana qara'an.

Akkuma Qur'aana Xumuranii kitaabota Fiqhii fi Lugaa Afaan Arabaa barachuu eegalan. Sana booda erga umurii dargaggammaa eegalanii booda gara Muftii Gommaa deeman. Achittis kitaabota barbaadan qara'an. Turtii waggoota torbaa olii erga Miftii Gommaa biratti godhanii booda gara Sudaan imalan.

Sudaan galanii achitti barataa barsiisaa turan. Boodarra haala mijeeffatanii biyya Su'ud Arabiyaa Yunivarsitii Madiinaa seenan. Achirras barnoota isaanii waggootaaf baratan.

Dhuma irratti akka lakkoofsa Hijirattii 1400tti biyyatti deebi'an. Jalqaba Finfinnee Masjida baniinitti madrasaa barsiisan. Achi irraa haala mijeeffachuun gara biyya dhaloota isaanii Godina Jimmaaa Aanaa Oomoo Naaddaa Magaalaa Asandaaboo galanii barsiisuu eegalan.

Jalqaba yeroo achi galan haalli mijataan jiraachuu baatus hundumaa obsaan dabarsanii harra Yoo Sh/Mahmuud Elaamee jedhan hunduu Ee....... jedhee akka isaan dhaga'u taasisan. Sh/Mahmuud hanga harratti waggoota 35 oliif beekumsa Islaamaa biyya barsiisuun irratti argamu.

Harrallee dadhabe nuffe utuu hin jedhin barsiisuu irratti argamu. Namoonni heddu isaan irraa barachuudhaan iddoo baay'eetti biyya fayyadaa jiru. Rabbiin Umurii isaanii keessa barakaa haa kaa'u.

© Tofik Temam Imaltuu Jimmaa

Tv Hamiltan Hamilee Ummataa
-------------------------------------------------

https://youtube.com/c/Hamiltantv

https://www.facebook.com/HamiltanTV

https://t.me/Tv_Hamiltan_2021

://twitter.com/HamiltanTv

https://instagram.com/hamiltan_tv_?r=nametag/

11/09/2023

Kan torbaniiti mo Kan ji'aati moo kan waggaati?
Mee warri isiiniif ifa ta'e natti himaa. 🙏

27/06/2023

ID MUBAARAK KAN BARANAA KAN BARA ITTI AANUU🙏

Want your restaurant to be the top-listed Restaurant in Jimma?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address


Jimma