Burqaa Tech
Page odeeffannoowwan teeknooloojii haarawa yeroo yeroon itti argattanidha.
09/10/2025
Ai Maali?
🤖 fayyadamuun dalagaa online garaagaraa salphifachuuf akkasumas tti gargaaramuun maallaqa online hojjechuun duratti dhumti maal akka ta'e sirriitti beekuu fi hubachuun hedduu barbaachisaadha.
⚡️ Kanaaf egaa sadarkaa teeknooloojii addunyaan guyyaa har'aa irra geessee jirtu kana walqabsiisuun waayee maalummaa akkasumas akkaataa inni itti hojjetu fi wantoota kanaan walqabatan irratti course an isiniif qopheessee jiru kun baayyee tokko sin gargaara. YEROONIS amma waan ta'eef itti fayyadamaa.
Artificial Intelligence Maalidha || Beginners Full AI Course in Afaan Oromoo - Ai Yeroon Baradhaa 📘 What is AI? 🤖 Beginners Full Artificial Intelligence Course | Learn AI Step by Step (in English + Afaan Oromo) | Ai Dirqama Amman Tana Barachuu Qabdu. We...
16/02/2025
MasterCard kan kaffaltiiwwan international garaagaraa ittiin raawwachuuf gargaaru haala kanaan salphaatti exchanges irraa baafachuu dandeessu
How to Get ByBit MasterCard in Ethiopia || Akkaataa VisaCard Bilisaan itti Banattan How to Get ByBit MasterCard For Free in Ethiopia Learn how to get the ByBit MasterCard for FREE! 🚀 In this step-by-step guide, we’ll s...
04/05/2023
Liinkiin garaagaraa email ykn message dhaan online irratti wayita isinitti ergamuu liinkiin sun tahuu fi tahuu dhabuu isaa website armaan gadii fayyadamuun adda baasuu dandeessu.
1 urlvoid.com
2 safeweb.norton.com
3 transparencyreport.google.com/safe-browsing/search
4 virustotal.com/gui/home/url
Odeeffannoowwan Teeknooloojii wayitawaan yeroon yeroon akka isin qaqqabuuf telegram channel keenya join gochuu hindagatinaa.
JOIN AND SHARE
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
💎💎💎💎💎💎💎💎💎
💎💎 💎💎
💎💎 💎💎
💎💎 💎💎
💎💎💎💎💎💎💎
Check if a Website is Malicious/Scam or Safe/Legit | URLVoid Free website reputation checker tool lets you scan a website with multiple website reputation/blocklist services to check if the website is safe and legit or malicious. Check the online reputation of a website to better detect potentially malicious and scam websites.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Website
Address
Jimma