Iluu News Network

Iluu News Network

Share

Ummatarraa Ummataaf

08/05/2025

Qormaanni Sadarkaa 1ffaa Kutaa 6ffaafi Giddugaleessaa Kutaa 8ffaa Baatii Itti Aanan Duraa Duubaan kka Kennamu Biiroon Barnootaa Oromiyaa Beeksise.

Prime Media (Finfinnee) Ebla 30,2017

Qormaata kutaa 6ffaa Caamsaa 26- 27 fi kutaa 8ffaa Waxabajji 3-5 akka kennamu Sadarkaa Itti Aanaa Hogganaatti Gorsaan BBO Obbo Efireem Tasammaa Piraayim Miidiyaatti Himan.

Obbo Efreem Barattoonni qabxii gaarii galmeessuuf qophii gahaa gochuu akka qabanis dhaamaniiru.

Bara kana qormaata kutaa 6ffaaf barattoonni kuma 700 fi kuma 69 fi 176 fudhachuuf galmaa'uu ibsanii kutaa 8ffaaf ammoo barattoonni kuma 500 fi kuma 92 fi 224 qophaa'aniiru jedhan

Barattoonnis ofitti amanamummaan qormaata isaanii akka qoraman dhaamanii, kana milkeessuuf ammoo barsiisonni fi qooda fudhattoonni gahee isaanii akka bahan dhaaman.

Barattoota kutaa 6ffaas Manneen barnootaa kuma 12,449 fi kan kutaa 8ffaa ammoo mana barnootaa kuma 9,783 keessatti qoruuf qophiin xumuramuu eeraniiru.

08/05/2025

Qormaanni Sadarkaa 1ffaa Kutaa 6ffaafi Giddugaleessaa Kutaa 8ffaa Baatii Itti Aanan Duraa Duubaan kka Kennamu Biiroon Barnootaa Oromiyaa Beeksise.

INN

Qormaata kutaa 6ffaa Caamsaa 26- 27 fi kutaa 8ffaa Waxabajji 3-5 akka kennamu Sadarkaa Itti Aanaa Hogganaatti Gorsaan BBO Obbo Efireem Tasammaa Piraayim Miidiyaatti Himan.

Obbo Efreem Barattoonni qabxii gaarii galmeessuuf qophii gahaa gochuu akka qabanis dhaamaniiru.

Bara kana qormaata kutaa 6ffaaf barattoonni kuma 700 fi kuma 69 fi 176 fudhachuuf galmaa'uu ibsanii kutaa 8ffaaf ammoo barattoonni kuma 500 fi kuma 92 fi 224 qophaa'aniiru jedhan

Barattoonnis ofitti amanamummaan qormaata isaanii akka qoraman dhaamanii, kana milkeessuuf ammoo barsiisonni fi qooda fudhattoonni gahee isaanii akka bahan dhaaman.

Barattoota kutaa 6ffaas Manneen barnootaa kuma 12,449 fi kan kutaa 8ffaa ammoo mana barnootaa kuma 9,783 keessatti qoruuf qophiin xumuramuu eeraniiru.

25/09/2023

📚𝗗𝘂𝗯𝗯𝗶𝘀𝗶 𝗴𝗼𝗿𝘀𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗯𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗰𝗵𝗶𝘀𝗼𝗼 𝗸𝗮𝗻𝗮𝗮𝗻 𝗴𝗮𝗱𝗶𝗶 🔰
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
1. Namoota gosa sadii kabaji
👉 Abbootii beekumsaa
👉 Maatii kee
👉 Manguddoota
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
2. Waan sadii qabaadhu
👉 Amanamummaa
👉 Amantii
👉 Hojii gaarii
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
3. Waan sadii irraa of fageessuu
👉 Nama kabajuu dhabuu irraa
👉 gowwoomsuu irraa
👉 Liqii irraa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
4. Waan sadii to’adhu
👉 Arraba kee
👉 Aarii kee
👉 Miira kee
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
5. Waan sadii irraa of eegi
👉 hojii badaa irraa
👉 Nama Hamachuu irraa
👉 Inaaffaa irraa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
6. Waan sadii barbaadi
👉 Beekumsa
👉 Amala gaarii
👉 Abboomamuu
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
7. Waan sadii qulqulleessi
👉 Qaama kee
👉 Uffata kee
👉 Haasaa kee
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
8. Waan sadii yaadadhu
👉 Du'a
👉 Tola namoonni siif Oolan
👉 Gorsa namoonni siif kennan.

Want your business to be the top-listed Media Company in Metu?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Address

Oromia
Metu