Fact information

Fact information

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Fact information, Writer, Oromia, Metu.

29/03/2026

Korommii jabduun deesse
Raasaasni sinirraa hin caamne
Yaa Cobii xiyyitii qorsaa
Dirrakee si bobeesse
Kunoo sirraa hin dhaamne
Har'allee Ibiddi gorsaa

Uummata maalif waraantu?
Nu ga'eera lolli mandaraa
Eenyu miitanii, eenyus mootanii irra aantu?
Maaloo nagaa buusaa adaraa

Inni tokko Abbaa qe'ee ta'aa
Inni tokkommoo godaantuu
Maaloo kanarra nu ga'aa
Harkuma keessaniin harka keessan dhaantuu?

Ofumaaf wal cabsine lafee
Harkumatu harka nyaate
Lolli sirnaa hafee, lolli daangaa hafee
Lolli qe'ee taate
Lola Obbolaa taate

Osoo lammiin qoodee
Falaxaa walitti diruu
Tasa hin jiru koodee
Bilisummaan jiruu

Gaafa Abbaan guddisee
Ilma isaatiin kufu
Qilleensi nagaa buubbisee
Bilisummaan hin dhufu

Gammachuun nurraa badee
Erga gadda gootanii dhaala
Bilisummaa isin jettanirra
Garbummaa kaleetu caala

Ayii 🥲🥲🥲🥲
Hanga yoomiitti?
Usman Uj ✍️✍️

18/03/2026

Qaxalee jollee....

22/02/2026

Raayyaan ittisa biyyaa mandara Shororkeessitootaa kan taate Magaalaa Asmaraa to'achuuf murteessuun isaa dhagahame.

Magaalaan Asmaaraa bakka Shororkeessitoonni maandheffatanii nageenya naannawwaa waggoota dheeraadhaaf booreessaa turan ta'uun isaa ni beekama. Raayyaan ittisa biyyaa Itiyoophiyaa yeroo muraasa keessatti Magaalaa Asmaraa to'achuuf qophii xumuree jiraachuu maddeen amanamoo irraa odeeffanneerra.

Hanga Asmaraan bilisoomtutti nageenyi Gaanfa Afiriikaa tasgabbaa'uu akka hin dandeenye Xiinxalli Raayyaa ittisa biyyaa ifoomseera.

Loltoonni Itoophiyaa meeshaalee waraanaa ammaayyaa hidhachuun gara kaabaa imalaa jiru.

12/02/2026
09/02/2023

🤍Adii dubbannaaf Adii uffanna.......... ✍️

Want your school to be the top-listed School/college in Metu?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Culinary Team

Attire

Telephone

Address


Oromia
Metu
MAN