Waataa Technology PLC

Waataa Technology PLC

Share

"Full Stack Website Development—MERN STACK" barachuuf👇

+251930300252/+251983078886

Egeree Tekinoloojii | Girgijjii | Prime Media 30/08/2025

Prime Media Afaan Oromoo

Egeree Tekinoloojii | Girgijjii | Prime Media Egeree Tekinoloojii | Girgijjii | Prime MediaSubscribe to our YouTube channel shorturl.at/dklLOPrime Media is an East African regional media organization tha...

29/07/2025

: THE FULL STACK WEBSITE DEVELOPMENT-MERN STACK COURSE ROAD MAP

" !"

Akkam jirtu jaalattoota . Yeroon amma keessa jiru jaarraa teknology'n akkaan godhee jiru ta'uu isaa kallattii hundaan dhaga'aa jira. Kanuma irraa ka'uunis keenyaa isaa kana gara addunyaa diijitaalwaa kana keessa galfatee, dorgomaa wajjin gochuudhaaf maal gochuu akka qabu, akkasumas ammoo course keessaa jalqaba irratti maal barachuu akka qabu ibsinee jirra.
Sagantaan kun course "THE FULL STACK WEBSITE DEVELOPMENT-MERN STACK COURSE ROAD MAP" jedhu kutaa lamaan -I & PART-II dhaan qabatee dhufee jira. Isin ammoo course sa'aatii 1:15 bifa videodhaan isiniif dhiyaatu kana keenya irraa waan argattaniif dhaggeeffachuudhaan, akkaataadhuma adeemsa kaa'ameen hordoftanii barnoota "THE FULL STACK WEBSITE DEVELOPMENT-MERN STACK" akka "BRIGDING THE GAP" tti tajaajilu kana dhaabbilee course kana barsiisan irraa barachuudhaan addunyaa diijitaalawaa kanatti akka dabalamtan kabajaan isin affeerra.

"Ummanni Oromoo Technology barachuu fi itti fayyadamuun, ittiinis hojjechuu qaba"

"Biyyi technology qabdu, baankiis,taankiis qabdi"


" !"

Youtube: https://www.youtube.com/
Tiktok: https://www.tiktok.com/

WAATAA | | HUMNA MUL'ATAA

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Address


Addis Ababa