Wallaga FC
Oromia is an independent, nonpartisan and nonprofit news company whose mission is to produce original and citizen-driven reporting on Oromia.
10/07/2026
Wallaga FC|Dambi Doolloo⚽️🦅
Biyyi dargaggoota qabdu waan hunda qabdi jedhama. Dargaggoonni Qabeenya biyyi qabdu keessaa isa hangafaadha. Kanaaf ammoo Daraggaggoota leenjisuun araada garaagaraa irraa walaba gochuun daandii itti agarsiisuun Dirree Kubbaa Miillaa keessatti leenjisuun Kilaboota gurguddoo biyyaafi biyyaan alaa keessatti arguuf har'a itti dadhabanii shaakalsiisuun dirqama.
Coach: Roba A Dureso
Gada M Gari
Wallaga FC~>Dibaabee Dhalootaa⚽️🦅☔️
Wallaga FC|Mana Sibuu, Mandii⚽️🦅
Coach: Efrem Ebisa Keneni
Gada M Gari
Wallaga FC~>Dibaabee Dhalootaa;Warshaa Taphattootaa...⚽️⛹️♂️⛹️♀️
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Address
Wallaga Stadium
Ambo