sebeta special net

sebeta special net

Share

this page more focusing on inclusive education and how to teaching....

10/04/2023

Milkaa’ina barnootaatiif
Daa’imman/ barattootni barnoota isaaniitiin akkamiin milkaa’uu danda’u?

Milkaa’ina barnootaatiif Wantoota hubatamu qaban keessaa:
fedhii fi danddeetti daa’immani adda baasuun
murteessaadha.
Barsiisota gahumsa qabaniin gargaaramuu,
Ogeessota ogummaa adda addaa qaban fkn Barsiisaa barnoota
fedhii addaa waliin walfaana hojjechuu,
Haala naannoo( mana barumsaa ) mijeessuu fi kkf

Want your school to be the top-listed School/college in Sebeta?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


Sebeta

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00