Caalaa Disaasaa
Akka warra ofii jiraachuun
Yakka miti.
17/02/2026
NAMAA!
Gatiin namaa meeqa~Namni hagam baasa?
Yaada jedhu kana~Namni maalif kaasa?
Gatii namaa baruuf~Nama ta'i dura,
Keessa Namummaa keet~Gatiin isaa jira.
Gatiin kee qaalidha~Maallaqni sin bitu,
Eessattuu hin argamu~Haqaan kan sin gitu.
namaa baruuf~ nama ta'i Garuu!.
dursi.
✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️
12/01/2026
Ayyaanni Yaadannoo Warra Abbaa Oromoo Marsaa 16ffaaf Galma Amantii Waaqeffannaa Boosatitti kabajame Ayyaanni Yaadannoo Warra Abbaa Oromoo Marsaa 16ffaaf Giddugala Bahaa, Wiirtuu Baha Shaggar, Konyaa Boosat, Galma Amantii Waaqeffannaa Boosatitti kabajame. Dhaabbata Hordoftoota Amantii Waaqeffannaatti ayyaanota kabajaman keessaa isa tokko kan ta’e Ayyaanni Yaadannoo Warra Abbaa Oromoo, amajjii 3/2...
26/12/2025
Ijaaramtan!
NAMAA SA'A HORAA
UMRII DHEERTUU WAJJIN JIRAADHAA!
lixashaggar fi
shaggar karaan walitti nuuf dhiyyaate
sorsaa 🤝
Nabii🤝
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
South West
Woliso