Ahmukkaa
Hoojii gaarii dalagi yoomiyyuu ahmukkaa
31/10/2024
❤️❤️❤️
24/10/2024
❤️🎶❤️👀
22/10/2024
❤️❤️🎶🔐
16/10/2024
👀🎶አልሀምዱሊላህ
07/05/2024
What is something so💥beautiful🌟💬
17/04/2024
💥 Vacation time 💥💥
13/03/2024
SHEEKH ADAM -TUULAATIIN KAN QOPHAA'E
✅ULAAGAA FAYYAA TAHU SOOMANAA
bakka sadihitti qoodama
1 muslima tahuu
2 beeka ykn aaqila tahuu
3 xurii fi dhiiga dayaa irraa qulqullaawudha
✅ ULAAGAA SOOMANAA
ulaagan soomana fardii gabaabinaan bakka 2tti qoodma isaanis
1 niyyachuudha (guyyaa boru niin soomana jechuudha
2 wannii soomana balleessa dhabamuudha
✅WAAN SOOMANA BALLEESSA 10
ISAANIS
1. waan garaa gahe ykn seene
2. waan gama surrii gahe (gale)
3.qoricha jalaan ofitti buusu gama hudduutiin ykn gama ficaaniitiin jechuudha
4. beekaa of haqqisiisuu
5. niyyaan guyyaa haadha mana waliin rafuu
6. guyyaa qaama dubartti qaqqabachuun maniyyii of irraa baasu
7. xuriin baati ykn ji'aa dhufuudha
8. dhiigni dhalaa itti dhufuu
9.maraattummaan itti dhufuu
10.diin islaama irraa garagaluu
gulukoos ni balleessa san irraa kan hafe waan akka lilmee warannatan kan mana yaala fi waan akka dhadhaa of irraa kaayun hin balleesitu waan gara afaanitin nyaataniitu balleessa
Kabajamaa ❤❤taatee jiraachuuf waan hunduuma 😌😌gaarumman xumuri❤❤
By Ahmukkaa follow
Aboo Osoo☝️
Ramadaanni Seenneen
Duratti Rizqii Guddoo
Siif kannee Rabbiin Sihaa Gammachiisu🤲🏼
Qilleensi alaa kun miira ramadaanaa natti kennaa jira. ♥ ♥
Sa w m❤️❤️❤️❤️
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Telephone
Website
Address
Kibera